audio audioduration (s) 0.38 349 | text stringlengths 17 223 | speaker stringclasses 87 values | split stringclasses 1 value |
|---|---|---|---|
Ani akka kaleessaa birmadummaa hin qabu. | SPKR279 | train | |
Ta'uu baannaan jireenya gadadoo jiraatu. | SPKR279 | train | |
Galma kaayyachuun bu'uura galma gahuuti. | SPKR279 | train | |
Kanas yoo beekumsa fayyadame jechuu kooti. | SPKR279 | train | |
Waajjira yoon dhaqes dhukkubbii malee hojiis akkan hin hojjenne nan hubadhe. | SPKR279 | train | |
Qabsoo Oromoofis fira yeroo dheeraati. | SPKR279 | train | |
Kan si leenjisuu san atuu beekta! | SPKR279 | train | |
hoo'ifataa ture jedhu maanguddoonni seenaa himan. | SPKR279 | train | |
ba'anii walwaraanaa jiranis ni fakkaatu. | SPKR279 | train | |
Gorsi ogeeyyiis akka gargaaru himti. | SPKR279 | train | |
Kubbaan galma ishee gahuuf humna keessaafi alaa fayyadamti. | SPKR279 | train | |
Egaa Margaan asitti dhalate guddate. | SPKR279 | train | |
Obseenis dhuftee nu ilaaluuf karaa jalqabdeetti. | SPKR279 | train | |
Waaqni isra'el Yaahiqobiin Jaallatee Esawuu maaliifjibbe? | SPKR279 | train | |
Sigigaadheen boolla fagoo sana seene, " jechuun ta'ii gaafasii yaadata. | SPKR279 | train | |
Keessattuu ijaarsa bu'uuraalee misoomaatiif hedduu nu barbaachisu. | SPKR279 | train | |
Qabeenya dhabanii boru horuun yoo sammuu qabaatan ni danda'ama. | SPKR279 | train | |
Iji reeffa dhalasaatii awwalcha isaatii geggeessite. | SPKR279 | train | |
Gara qaamolee keessaattis yoo gad dhufnu, onnee. | SPKR279 | train | |
Duduuban natti hin maltuu Garaan kee naf nagaadhaa! | SPKR279 | train | |
Namootuma hoogganaa naannoo sanii jedhameetu qabsiise. | SPKR279 | train | |
kan biraarraa kan addaa wanti inni beeku hin jiru. | SPKR279 | train | |
dogoggora kenniteef jedhee komate. | SPKR279 | train | |
Qaamni hanna hir'isuuf hundaa'ee hattuu ta'ee argameera. | SPKR279 | train | |
Fageenya miilidhan lakkawamuun fuullee walii jiru. | SPKR279 | train | |
Garuu itti gaafatamummaasaa eenyutu fudhataa? " jette Biqiltuun. | SPKR279 | train | |
Har'a jireenya addunyaa kanaa tokko jettee eegalta! | SPKR279 | train | |
Akka isheen jettutti sirni Raashiyaa dulloomaa jira. | SPKR279 | train | |
Kuni kutannoo agarsiisa anatti. " Jedhan. | SPKR279 | train | |
Sababa kanaaf gatii gadi bu'aan gurgurraa | SPKR279 | train | |
Akkuma namuu hubachuu danda'u dhalli namaa yoo of beeke, ofirraa hin baqatu. | SPKR279 | train | |
Nu faana hojjechuu qabda jedhu. | SPKR279 | train | |
Haalli ummanni Oromoofi qabsoon isaa yeroo ammaa keessa jirtu maal fakkaatti? | SPKR279 | train | |
Waajjira aadaafi Tuurizimii magaalichaarraa odeeffatee ture. | SPKR279 | train | |
Waan waa eeganis ni fakkaatu. | SPKR279 | train | |
Si'achi namni barattoota kufan kana abdatuyyuu hinjiru. | SPKR279 | train | |
Achiin booda ammo gara biyyoota Awurooppaa biraatti babalachuutu himama. | SPKR279 | train | |
Dhalli namaa garuu lubbu qabeeyyii kaan irraa wantoota hedduudhaan adda ta'ee argama. | SPKR279 | train | |
Mootummaan biyya kanaa baasii isaanii hunda danda'ee barsiise. | SPKR279 | train | |
Dhimmi kun namoota hundas ni ilaallata. | SPKR279 | train | |
Inni garuu ana se'ee ture. | SPKR279 | train | |
Irbaata lagaa ta'e, Obbo Ashabbir. | SPKR279 | train | |
kumaatamaan lakkaa'aman ajjeefamaniiru, '' jedheera. | SPKR279 | train | |
Sammuun gabroome waa'ee isaa namni biroon akka mirkaneessuuf barbaada. | SPKR279 | train | |
Margaan irra deddeebi'ee sa'aa ilaala. | SPKR279 | train | |
Biyyi masaraadha jedheeti dadhabee kan ijaare. | SPKR279 | train | |
Jaalallisheen dhiphisaa turte, kana booddee maqaa koo akka hinxureessine. | SPKR279 | train | |
tokkoon akka waligalan taasise. | SPKR279 | train | |
akka dabsuu gootee, balaa isa mudate kana salphiftee itti himte. | SPKR279 | train | |
Daldalli alaa garuu laafaa dhufe'' jedhu Obbo Xilaahun. | SPKR279 | train | |
fala argamsiisinnaa?' jechuun gaafatu. | SPKR279 | train | |
waa dhufuu akka danda'u ''wallaaleeti miti, '' jedhu. | SPKR279 | train | |
Uggura jala kan jirtu, amma daangoftee jirti. | SPKR279 | train | |
Galmaafi galmee mataa kee hoo kaayyattee? | SPKR279 | train | |
Itti fayyadamuu fi dhiisuun mirga jechuuf malee. | SPKR279 | train | |
humni kun ammoo humna kallattii alaatti harkisuu dha. | SPKR279 | train | |
Namni gara hojii deemu nyaara guuruun waan hin malle. | SPKR279 | train | |
Yeroo sana akkan du'u keessikoo amaneera. | SPKR279 | train | |
bultii ijaarrachuutti seenuu shamarran Oromooti. | SPKR279 | train | |
Humna nageenyaa biyyattii daran cimsuuf hojiilee hojjatamuu qaban muraasa asitti akeekna. | SPKR279 | train | |
''Warri mana sakattaa'aa turanii manasaa ta'uu hin beekne. | SPKR279 | train | |
Garuu seerallee miti Ka'een waa si gaafadha | SPKR279 | train | |
Akkamiin kaayyoo kee galmaan geessee seenaa kee galmeeffatta? | SPKR279 | train | |
biyya bulchuuf dandeessisu hin horanne ture. | SPKR279 | train | |
Namni kun humna waraanaa hin qabu. | SPKR279 | train | |
Hojimaata paartii keessaa hangafti ammoo qabsoo keessooti. | SPKR279 | train | |
Kanaafuu atis ilaalcha keetiin misooma naannoo keetii tumsuuf ilaalchikee ilaalamuu qaba. | SPKR279 | train | |
meeshaa olaanaatti nama gargaaruudha' jedha. | SPKR279 | train | |
marsaa biraan akka itti fufaniif gaafate. | SPKR279 | train | |
Beenyaa yemmuu dhageessutti baay'ee gammaddee, akka malee kolfite. | SPKR279 | train | |
kun hundi ammoo yeroo gaafata. | SPKR279 | train | |
"Biiroo " jechuun Biiroo Industir ii fi Misooma Magaalaa Oromiyaa jechuudha. | SPKR279 | train | |
Namootni baay'een haala kanaan bulchiinsa biyyaa keessatti hirmaatu. | SPKR279 | train | |
Ittumaan karaa saaquuf malee, ishee kana qofaa miti gaaffiin ijoollee kanaa. | SPKR279 | train | |
Waanuma ani jechuu sodaadhe gadi roobsaa jirta. " jechuu hin hafu. | SPKR279 | train | |
Ammas ni yaadatte, " hammumaan kanallee osuun du'ee hin gaabbu ". | SPKR279 | train | |
Waa malees akka maraataatti qofaa hin jiraannu. | SPKR279 | train | |
ni kenna; bu'aa isaas ni hordofa. | SPKR279 | train | |
Kanaafuu kaadhimni milkii akkam ta'uun milkaa'aa? | SPKR279 | train | |
Boonsaas dubbiin kun qoma isa qabate. | SPKR279 | train | |
Osoo kufaatii dheessanii warri akka hin kaanetti kufan illee danuudha. | SPKR279 | train | |
Garuu yoo dhiifte, ijoolleen ishee kan duraarra isheetti qabamu. | SPKR279 | train | |
Eebbaaf guyyoonni afur yoo hafan ammas irra deebiin qabaman. | SPKR279 | train | |
Faannoon socho'uun nageenya booressan irratti tarkaanfii fudhanna'' jedhan. | SPKR279 | train | |
Kanarraan kan ka'e, mana hidhaatti dabarfamee. | SPKR279 | train | |
Caffee irrattuu dubbachuu dadhabne, nu ukkaamsu. | SPKR279 | train | |
hayyama qaama dhimmi ilaallatuun kaffaltii malee itti fayyadamuu ni danda'a. | SPKR279 | train | |
Kontiraatni isaanii yeroo gannaa dhufu kana waan xumuramuuf. | SPKR279 | train | |
Hayyuun itti dabaluun faayidaa faaruu yommuu ibsitu | SPKR279 | train | |
Tarsiimoon baafames jijjiramoota sadan kana hubannoo keessa galchuudhaani. | SPKR279 | train | |
Kana godhee, galgala galgala mana isaatti deebi'a. | SPKR279 | train | |
Bonni gaafa hammaatu biqiloonni bishaan isaanii qusachuuf, hedduun baala harcaafatu. | SPKR279 | train | |
Garaa hin ilaalu, garaaf hin dhiita'u. | SPKR279 | train | |
Garuu ammoo gara mirgaatti fagaatanii furga'uunis miidhaa qaba. | SPKR279 | train | |
Yeroo inni itti barbaadutti waan dhaqeef isa simata. | SPKR279 | train | |
Yeroo sanitti kana gochuuf yeroo hin arganne ture. | SPKR279 | train | |
Kana jechuun immoo keessoon kubbaa afuuraan guutuu qaba. | SPKR279 | train | |
Garuu "ijoollee durbaa ofitti siqsanii, gorsanii jajjabeessuun guddisuutu maatiirra jira " jetti. | SPKR279 | train | |
Wayita mariin deemaa tureetti dibbee waraanaa tumuun tolaaf hin turre. | SPKR279 | train | |
Sammuun qullaa miti Qaaman qullaa deema! | SPKR279 | train |
Subsets and Splits
No community queries yet
The top public SQL queries from the community will appear here once available.