| | tweet label |
| | |
| | |
| | user Kana wal ijaarre utuu MNO irratti dhiibbaa goone malee,akkasumatti ilaaluun gaarii natti hin fktu! Keenya erga namtichi boqotee,nama jagneessu! positive |
| | Hiriirri dhaaba naannoo Tigraay bulchaa jiru ABUT balaaleffatuufi tarkaanfii mootummaa Federaalaa deeggaru, Oromiyaa magaalota garaagaraatti adeemsifamaa ture nagaan xumuramuu FBC'n gabaaseera. negative |
| | user Silaa immoo maal irraa eegaa?Tigray Educational Bereau reject godhan kan jettu dhugaa dha? neutral |
| | ~~Aboo #Leencoon Kun dhugaa qulqulluu ishee lafa kaa'a! URL positive |
| | Wanti nama dhibu garuu xalayaa doorsisaa kana kan barreessan hoggaantoonni ENA waaj OMN dhufanii nu waliin haala ittiin karaa qajeelloo ta’een hojjachuu danda’anirrattiifii, fedhi guddaa qaban ilaalchisee marii walhubannoo qabu erga godhanii ji’uma tokkoon booda ta’uu isaati. 3/ negative |
| | |
| | user user |
| | |
| | user |
| | |
| | user Wanta ofii kee twitter fi fb irraatti maxxansitu qofa osoo hin tain kan namnii biroo maxxansu hordofi siif bua qaba.keessattu kan """"Obboo Tayyee Danda'a Areedo """" ilmaa macca fi tuulama Biyyoo goota Salaale" positive |
| | Nama #OMN fi #JAWAARitti bu'ee daarawe malee kan milkaawe hanga har'a arginee hin beeknu kan dhufuus natti hin fakkaatu. #nafxanyaan wal geesse #Taayyeen goota jettee si faarsa jirti. Erga qeeqa fira keetirra faaruu #alagaa filatte itti jabaadhu siin jenna. dhuma kee ilaalla. negative |
| | Waggaa 158 booda Gadaan godina Guraagee magaalaa Walqixeetti deebi'ee dhaabateera.Irreessaas ,irreeffatameera. URL neutral |
| | @user Jawaar Kenya OMN haala akkamiin argachuu dandeenya neutral |
| | Guyyaa tokko dhugaan keenya akkasitti ifaa #Yellow_challenge URL positive |
| | @user Kun bar waan hamtuu fi jabduu tokko fiddi!#Jarattiin Kun adaba argachuu qabdi! negative |
| | Abbaa Gadaa Booranaa,Aab Kuraa Jaarsoo waliin !@user Yaabelloo URL neutral |
| | Guddadhu, Fantaalle ta'i, eebba warra Karrayyuu.Ulfina/Simboo gaara Fantaalle lixa biiftu waliin magaala Awash irraa. URL positive |
| | Haqani ummaata oromo akkaanat dabde hin haaftuu URL negative |
| | @user Please V8 tokko natti gad dhiisu hin dagatin! ...kkkkk ajaa'iba! neutral |
| | biytii itoophiyaa ja,aamtu haaga gaanfaa afriikati dhaabamtuti.gaafni afriika nagaaya hin argaatu.nafxanyaan yeroo hundaa lolaan oroomiyaa keysaa jirataan.aajandaa haaraya nubaasan URL negative |
| | Hireen Oromoo kan Ilmaan Oromoon murteeffamuu malee kan karadeemtuun nafxanyaa Murteessitu miti. negative |
| | Boqqolloo muka tokkoNi qorqu moo hin falfaluu?Maal abbaa ishee falfaluuQorqanii muka gatuuYoo biyya ormaa dhaqaniiNi kolfu moo hin dallanu?Maal abbaa isheef dallanuKolfanii biyyaa baruu.... URL negative |
| | Shanee fi ABO, OLF, KFO Hin barreen Haa bartu Oromoodha Martuu!!!!! negative |
| | Gabaasaa baatii tokkoo fi karoora guyyaa 100 kan mana marii waliigalaa dhimma Islaamaa Itoophiyaa URL neutral |
| | Hanga Oromiyaan Bilisoomtuutti Gaanfi Afrikaa Dhukkuba Vaayirasii Habashootaa irraa hin fayyu! positive |
| | Baga Guyyaa Gootota Oromootiin Isin Gahe!! URL positive |
| | #IRREECHAABacaqiin gannaa darbeeBalbala haaraa saaqaOromoonis wal gaheeGalcha galata waaqaa~Afaan tokkoon kadhanneeKan dabe sirreeffannaFinfinneef har-sadeettiIrreecha Irreeffanna.~Wal argaa firaaf aanteeKan obbolaaf qomootiIrreechi Irree keenyaTokkummaa Oromooti URL neutral |
| | @user @user @user @user @user @user isin caalaa hin beeku; Garuu, qalbiin gadi nan teessu. Gameeyyii Hangafoota Qabsaa'oota Bilisummaa Oromoo Kan akka Jaal Nadhii Gammadaa, A/G Dabbasaa Guyyoo,...har'ammoo Jaal Abdii Raggaasaa dhabuun positive |
| | Jawaariif baqqalaan mana hidhaa irraa bahuun nu gammachiisa.garuu abdii raggaasaa,gammachuuayyaanaa,daawit abdataa....maal adda hafanii? Shira xaxamee sitti deemee beeki oromoo!! negative |
| | Pireezdaantiin Naannoo Oromiyaa Obboo Lammaa Magarsaa Lammiileen Buqqa’an Kuma 60 Ta’an Guyyoottan Muraasa Dhufan Keessatti Ni Qubatu Jedhan neutral |
| | Galatoomaa galatoomaa Anii mal ja'ee himaaOolmaan isiin nuf olta’an Rahaa fi gammachuu lubbu Kaan qabuu ilmii nama hunduuDhiiftani akkana mudatuuKun kan tahee nuf jachatureHammaf hamtuun keessan ha baduuLencota koGotoota koHayyoota ko#Freeoromopolticalpersan URL positive |
| | Nagaa Argamsiisuu barbaannaan kallattii hundaanu nidanda'ama jechuudha. Sagantaa Ifxaaraa har'a gaggeeffame baga nagaan offoltan. ☝️☝️☝️Raayyaa Abbaa Macca @user Addis Ababa, Ethiopia URL positive |
| | @user @user @user @user @user Bar mootummaan dadhabee miti,caalaatti namni dhuma yaada jedhuun Lammaan hanga har'aatti garaa bal'atee jira.Bara technology ti barichi. positive |
| | Gurri jiraatef hin dhaga'u yoo yaadi jirate male.... negative |
| | Muumichi ministera Itoopiyaa Dr. Abiy Ahmed Filannoon Naannoon Tigraayi mana seeran alaat('caraqa beet' jedhee gaafi deebi Tv fana wajjin godheen.....ani kan jedhuu manni seeran alaa kun ayaar kaarta argachuu danda'aa ykn kaartaanis bahuufi danda'aa..Filannoonis....... neutral |
| | @user Seericha google godhi ni argatta. Kana beekuun garuu nama hin dhibu. neutral |
| | Ayyaana irreechaa obboleewwan koo ijjoollee oromoo faana kabajachaan jira. Baga ayyaana irreechaa waliim geenyee. URL positive |
| | Obbolummaa Sabdaneessa Badhaadhina Walootiif!!Filannoo Marsaa 6ffaa barana gaggeeffamu irratti H/Bahaa Aanaa Jaarsoo bakka bu'uudhaan Kaadhimamaa Caffee tahee kan dorgomu Dargaggeessii fi hayyuun Dr Aaqil Usmaan magaalaa Ejersa Goorootti argamee Kaardii Filannoo fudhateera. URL neutral |
| | PR.ardoogan mootummaa abiyi taan .masjiida islaama gubduu taan diiydu.taan islaama ajjeeftu deegarun.kiitabaa rabbiitin kaan faaleeysu hingootu.kaan kaafiraa olqaabee.kaan islaama xiiqeysuudha URL negative |
| | oddoo tplf finfiine hin seene.yaa WBO humnaa qabdaanin finfiinee seenuf nudursaa.rabbiin isiin biira hadhaabatu URL negative |
| | @user @user Dubbiin akkas ture...Namoonni DD gara Najjoo dhufan uffaata hodhu jedhama baay'een isaanni...isaa booda dubaartonni isaan bira deemu uffaata hodhachuuf...isaa booda achitti maalan sitti himaree🤣🤣Source:Nama DD naf himee. neutral |
| | "user Hararitti hin qamaatu taanan,""""Aboo tun amaarticha dhiis ofirraa """" jedhu." positive |
| | Abdii hin kutin waan egate hanga xumurtuu . URL positive |
| | 🥇warqiin xuraawus giraamni isii hin hir'atu.🏆jireenya keessatti filannoo 2 qabda.😣1. waan dabarsite yaadaa sheenawaa jiraachuu.💪2. waan barbaadduf qabsaawuu.sirritti itti yaadii filadhu. URL positive |
| | Ibsa Ajajaa Olaanaan #WBO baasee ! URL neutral |
| | @user Ummanni nu harkaatti galaanaan dhumaa URL negative |
| | Namoota sirba sobaatiin waan biyyi guyyuma tokkotti baddu isinitti fakkaatu hundaaf mootummaan itoophiyaa waanuma muraasaan hin diigamuu hin gowwoominaa🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹 negative |
| | @user Sirna qeenxee faarsuun hiree walabummaa keenya gufachiisuu hin danda'uu kana beekuu qabna nuti ummanni Oromoo. positive |
| | Waqayyoo hagalatoomu akka jallotaa mitii bay'ee nama miidhufi yaalannilee kaara dhugaa namnii demuu ijjofataadhaa yoomilee. URL positive |
| | Magaalaa Finfinnee naannoo #Dallaatti (kiloo 4) jedhamee beekamutti allaattiin raqa horii du'ee nyaatuu akkataa kanan siidaa/ Ekeraa minilikiin irraa naanna'a ooluun beekameera . URL negative |
| | @user #Fayyisaa_Addunyaa ! Kun Alii Birraa ti naan jedhikaa!😂 neutral |
| | LEENCA KEENYA SII WAJJIN JIRAA!! URL positive |
| | Waraanni Abiyyi fi Marroo dhukkee walirraa kaasanii kan injifate yaa injifatu malee himnee dadhabneerra. Sodaattuun bosonatti ykn ummatatti makamti. Iddooni fi uffanni waraanaa adda tahuu qaba positive |
| | #Hagoobara ukkaamsaa interneetii jala banne baga wal agarree !! neutral |
| | Oromoon ummataa guddaa kan hin dhoksaan URL neutral |
| | hin taatu. Kanaafuu, duula #Hashtags ta'u fala biraa barbaannee Jaal Abdiif sagalee haa taanu. Mala malaa❗ positive |
| | Ilmaan oromoo biyya hambaa jirtan yeroo mara, suuri keessan fb, twitter fikkf irratti yeroo hedduu kana yaata'u URL neutral |
| | anni kanaan jedhuu oromoo maaloo mamaaksa kana deebii itti kennaa,oromoon tokko yoo dhumu oromoo biroo akkamiin rafee bula laata? negative |
| | Wayyoo Ana Haa nyaatuUummanni keenya Baalee sababa balaa hongeetiin midhamaa jiraachuutu himama. Oromoon waan qabuun waliif dirmatee akkuma kaleessaa rakkoo keessa harka qabee wal baasuu qaba. Uummata keenya Baaleef waan qabnuun haa dirmaannu URL positive |
| | Guyyaa har'a magaala Ambootti siidan goota keenya qabsaa'af Artiistii Hacaaluu hundeesaa magaalaa AMBOOTTI hojjatame Ebbifameera. URL positive |
| | Qabiriin shek harar kana fakaat mee naminii Abaa fi hadha isaa yookin obolesa isaa yokin fara isaa qabirii kanaa hin qabinee nijaraa URL neutral |
| | @user @user @user Sirriidha,Bar eda kan an dhaga'e tokko mucaa psychology dhaan university irraa eebbifamee gara waggaa 4 erga lafa taa'ee amma dhiheenya Dambi Dolloo kutaa mgl tokko akka bulchu argatee....walitti bu'iinsa sababa dhuunfaa hojiitiin shira xaxa jedhanii akka ajjeefamu fb irti mxnsn negative |
| | Bakkii dhaabbii keenyaa irrattii yoomuu gaaddisa kan nuuf tahu isaa kanaadha. Hireen ummataa Oromoo kan ittiin mirkanaa'ee ittiin mul'atuu daandii haqaa kanarraatti yoo hiriirredha. Kuni immoo hunda keenya irraa kutannoo fi tattaaffii gaafata. URL positive |
| | Guyyaan du'a kee yoomiiAni siifan du'a, Ooli Jedhe Azmaariin tokko, jedhe @user #oromo #ethiopia #africa #art #music neutral |
| | Rakkoolee gurguddoon nuti akka namaatti ittin dararamaa jirruu hedduun isaanii namootaaf dursa kennuu ykn gargaruu dadhabuu keenya irraa madda! positive |
| | Osoo nuti jirruu Manni Barnootaa keenya Rakkoo keessa hin galu. Meahada koof nan awwaadha. URL negative |
| | #Ministeerrii Muummicha Sudaan Kaabinee isaanii diigan.Ministeerri Muummee Sudaan AbadallaaHamdook Dilbata kaleessa kaabinee isaanii kan diigan.Wixata har’a kaabinee haaraa ni muuduu jedhameera.Gabaasni kan BBC ,Afaan Oromootti . URL neutral |
| | @user @user Hin sodatin sabaa akka hin finne beyna itti futi nama jaalala#%& negative |
| | #________Worra_Gujiii____ Sabi Gujii jedhamu kun saba seera gugurdaa ka nama,sa'a Seera lafaa fi seera waaqa gadeen gadee Mukii fi Sareelleen Gujii Gurraacha Girjaa biratti seera mataa ifii qaddi.Akkas jechuun mirgi dhala namaa(Human right) fi ka Dimookiraasilleen kabajamadha URL positive |
| | Baay'ee nama gammachisa walitti makamiinsa paartii sadarkaa biyyatti ani kanaan dura argee hin beekuu waan gaarii fuuldura keenya dhaloota boodatiif bu'uura ta'e taa'uun kan itti fuufsiisuudha umrii si haa dheeressuu Rabbiin guddaan.galatomi..... URL positive |
| | Ethiopia jedhamatu tunii motumma hin qabadii jettu garuu isini oromoon maal jechuu setu sa'a abban gaafa dhahe oromii IJA ballesa kanafuu. Abiyyin oromoo too jibbe sabanii biira oromoo IJA ballesa dokotar abiyyin maal jettu isiin negative |
| | phuuph phuuph nafxanyaan garrii nudiirmaadhadha aafufaa jiruu.akkii Jaanilni oromoo dammaayfat. aanii goosa kiyyaa waaromoodhi .wallaaga waromoo jagnaa abdii saaga URL negative |
| | ❝Nuyi dhugaa hubannee erga beeknee booddee, jaallannee beekaa cubbuu yoo hojjenne, aarsaan sababii cubbuutiif dhi'aatu si'achi hin jiru.❞ —Ibr. 10: 26. URL neutral |
| | Dhugaadha nageenya malee jireenyii hin jiru nageenyi bu,uura waa hundaati URL positive |
| | Adoolessa 02/2022 Adaamaa Galma Abbaa Gadatti Hawwisoo Aadaa Ganamaa Oromoo Ituu URL neutral |
| | Guyyaa boruu waliin arguu yoo babaanne harka walfuudhuu yaa dhiisnu. Dhibee koronaa waliin yaa ittisnu. URL positive |
| | w/yo waan hunduma beeka goodha kaanaf nuti kan inni nuf goodhe hundaa ameen jenne fuudhachu qabna! Iyob 42:2 neutral |
| | @user @user Jechuun gara foolisii oromiyaatti galchanii Seera-qabeessa gochuuf hin turree? neutral |
| | Jijjiiramnu dhufullee Gaaffiin uummanni keenya gaafachaa ture hin tuqamne ~~~Lammaa Magarsaa! URL positive |
| | Baga milkoofte Alaabaa biyya kee ol kaafte ♥️💚♥️✊🏿@user #OromoLiberationArmy Or URL positive |
| | Namaan jechuu kee dura jecha siin jedhamuu danda'u waan jiruuf dhaabbadhuu of ilaali positive |
| | “Urjii ba’een sin dhabu Baatee nan dhabiin.”Bara ani ganna mana Akko kooti dabarsu, yommu hiriyoota koo wajjin saawan dallaati galshine galu akkas jenne sirbina ture. Isiinoo?@user @user neutral |
| | JABAADHAA HARKA hin Kennan RABBIIN isini WAJJIN JIRAA!!Dhuma irratti MOOTUU!! URL positive |
| | @user Hamaajii jechuun diina jechuu dha. negative |
| | Namichi qubee afaan Oromoo seeraan /haalan barreessuu hin dandeenye Awel Abdi Abdo mana maree naannoof dorgomaa ta’e dhiyaateera. URL negative |
| | Uffata Aadaa Oromoo GujiiSimboo uumamaan waaqi badhaasee!Eenyumma koo ganamaGujii Gurraachaa GirjaGujummaa kan nuu kenne namas miti kan nurra fudhatus nama miti.Kennaa waaqayyooti❗ URL positive |
| | @user Galata Rabbii Nagaa dha. @user positive |
| | American saalfii dhabdeetti !Ethiopian sumale miti Sooria miti Liibiyaa miti Yameniin miti kan yeeloo hin beekne salphina golgatii jedha oromoon positive |
| | Hala qonna biyyatti ammayawwa gochuuf osoo olii fi gada jechaa jiruu,.kuun immo hannaa fi angoof sabaa fi lammilee biyyatti gurgurachuuf dadhabaa jira. Kanaaf nuti lammileen biyyatti tokko taane wal dhagahuun baay'ee barbaachisadha. URL positive |
| | Qalla'insii Jireenya speedy mucooo tanaan figa jiraa nuuf ilaalla URL neutral |
| | EEBBA 27/06/2014INSHAA,ALLAAH WAL ARGAAN BAALE ROOBE ISTADIYEMI MADDA WALAABUUTTI URL neutral |
| | @user Aab Taayyee ittuu fala fide.😒 neutral |
| | Abjuu ilmaan nafxanyaa kana fakkaata. URL negative |
| | Dachee tokko irratti goobee,kaan gad-dhiitamee jiraatu biyya itiyoophiyaa jedhamtu kana suphuuf horteen minilikiif gargaartonni miniilk halkaniif guyyaa hirriba dhabanii fiigu. Habadan biyyi sabni hunduu keessatti hin kabajamiin haa diigamtu!! negative |
| | Baayyee si yaade nagaan jirta Gooftaa koo neutral |
| | Buufatni fayyaa Magaalaa mi'oo buufata fayyaa haadhoo bara 2003 irraa eegalee hojii tajaajila kenniinsa fayyaa Hawaasa aanichaatiif kennuu kan eegale yoo tahu haalli ijaarsi isaa bilookii lama qofadha,akkasumas Dallaa dabalatee placenta pits,incinetara kan hin qabne tahuu isaati. negative |
| | ::Yeroo kana wallagga keessa jiraachuu caalaa kan nama hubu hin jiru** URL negative |
| | @user @user Wadalli Harree ishee dhaltuu Waraabessarraa hin buusisu jedhan. Ani isuma mataasaaf na yaaddessa; Nutihoo itti barreerra. negative |
| | Dhugaa baruumsi atin kennitu akkaan nama jajjabeessa itti fufi sihordofna positive |
| | #HUNDEEFFAMA_MANA_MURTII_AADAA M/M/Ab fi Nya'aa Hundeeffama M/M Aadaa haala hojimaata Mana Murtii hawaasummaa gandaa fi miidhaa ragaa sobaa qabu irratti Qooda fudhattoota sadarkaa Aanaa fi gandaa irraa dhufaniif, akkasumas jaarsolii biyyaa affeerramaniif hubannoon kennameera.. URL neutral |
| | #Hidhaa fi ajeechaan gidiraan, maati hidhamtoota hidhufi rakkisun ethiopiaadhaf furmaata hin fidu, qabsoo fininsuu ta'aa maale URL URL negative |
| | nafxanyaan baaga ajjeesanfayyaa haadayanakkaa nama tokko oromootihiima diideen du ,aa hin diidu URL negative |
| | New Tadele Roba Music Sample Afaan Oromoo lyricsYoo qabeenyaaf jettee biyya ormaas deemteMidhaan gooftaa malee akkamu siif hin toltu Nuu waliin dhaabbanne wal dhabnee mall taanaa URL neutral |
| | Obbo getachaa radaa dalbalatee qonodaltotaa issanii walii guyyaa hardhaa tona jala galanii jiruu..injifannoo kan sabaa baladhatii√√ positive |
| | Of ta'uun waan gaarii. mee uf ilaala. #Oromo #Oromia #OPDO URL positive |
| | @user @user @user @user Kanin abdadhu,dhalootni ammaa(qubee) kun walxaxummaa warra dullachaa sana irraa bilisa fi egeree fageesse kan yaadu nti fkt. negative |
| | @user Bar garaagarummaa dhalootaatu jira natti fkt....Generation amma kun addunyaa negatives huree darbee bu'uura fi daandii ummatichaaf fayyadu gad dhaabuu fi irra deemuu fedha! ~~~Always condemnation! positive |
| | Goota jawarin gadi dhise hin deemuu jedhe kanadha URL positive |
| | #NAFXANYAAN UUMMATAA Xoophiyaa waliin waliigalee jirachuu miti #waaqa isaa uumee waliin illee walii galuu hin dandeenyee .Getechew Reda. negative |
| | Abbichu Abba malaa sii wajjin jira baga oromoo taatee nuu boonsitee URL positive |
| | Caffee Oromiyaa Gaaffilee Gurguddoo Yaa'ii Caffee Oromiyaa Guyyaa hardha.🙏 Maqaa Nageellee Booranas dhahuun maalif akka yakkati ilaalamaa.🙋 Godinni Booranaa Baha Booranaaf maalif hin kennine?✈ Saamichi Lafa Booranaa maalif Dhabachuu dadhabee( Daangaa Nageellee Booranaa) URL neutral |
| | Waajjira #Addaa Bilisummaa Oromoo(ABO) magaalaa Buraayyuu kana fakkaata.Dhaabaa keenya biraa yaa dhaabannu . URL neutral |
| | @user Yaa jawaar keenna akka ati fuldara mm taatu abdii qaba kuni immoo waggaa shanan itti aanaan booda akka taatu shakkii hin qabu ammaaf garuu kan si barbaachiisu aangoo osoo hin taane biyya kana daandii qabsiisuudha sababni isaa Wal qabnee badaa jira waan ta'eef positive |
| | Fuula duratti deemnaUlee dhugaa qabanneeWal hin gannu- irbuudhaIrbuu dhiigaa kakanneeQottoo alagaan hin cittuHiddi Oromummaa keenyaJabaadhaa wal jabeessaaBakka yaadne ni geenya positive |
| | @user yaada sirriidha. ifaaf bilisaan walitti himuun ... wal sirreessuun ni danda'ama. kanaaf isin warri uummanni baay'inaan dhaggeeffatus yaaduma ijaarsaa akkasii babarreessaa...dbbadhaa. baay'ee namatti tola. kun nu tarkaanfachiisa. nu moosisa. positive |
| | Partin pp oromiyaa fi oromoo bakkaa hin butuu Paartiin oromiyaa fi oromoo bakka butuu ABO,FI KFO I LOVE YOU negative |
| | @user Taate dhufne wilii Galatoomi leenca keenya jabaadhaa Tuweter wallaalleeti turre malee isin jibbinee miti nama dhiba tuwetar positive |
| | @user @user eyyee sirrii jettee dhiiro akkaasittii yaddaa mo'ataa yoo qabanee karraa sirrii waliil demmuu dandenyaa wommoo. positive |
| | @user Namni kegna rakko qaba ayooko dhisi atti dhimasanidha negative |
| | @user @user @user Namootni hin beekne gaafa nyaatan si kofalchiisu...bishaan okkotee tokko fixu neutral |
| | Kaaba oromiyaa godina Walloo keessatti ilmaan oromoo samuuf hidhuun itti fufee jirachuu irra deddeebiin isiniif gabaasne jirra.Guyyaa muraasaa dura Aanaa jiillee dhummuugaa ganda goodaa keessa namootaa humaatuu kee jirre ati ABO shaneen walitti hidhata qabda jechuun qabani URL negative |
| | Rakkoo ollaa ollumatu beeka! Presedaantiin Kenya 🇰🇪 Uhuruu Kenyataa Arraas akka nama baga gammadde jechuu fakkeesee dhaamsa nageenyaa hedduu akka nagaya buusuu fi Yoo kana goote qofa siwaliin jirra waan jedhu itti dhaame! neutral |
| | miseensa KFO kan ta'e anawaar saaniibaga hidhaa baate URL positive |
| | Itti aanaan kantiibaamagaalaaFinfinnee #Ing.TakkalaaUumaaaangooirraa ka'uuf jedhaninamoonnibaay’een toora Feesbuukiin gadda ta'a jiru. neutral |
| | Biyyuma keenyarratti keessummaa taanee adamsamuu?Biyyuma keenyarratti shakkamaa taanee hidhamuu??Biyyuma keenyarratti akka alagaa biyya diiguf dhuftetti ija diinatiin ilaalamuu?Biyyuma keenyarratti dirreerratti ajjeefamnee gatamuu??Akkanatti waliin deemun ni danda'amaaree?? negative |
| | Haala yeroo irratti PBMNO Obbo Shimalis Abdisaa Kan dubbatan dhageeffadhaa qoricha haqa jirudha URL positive |
| | Guyyaa sadi booda mucaa kootiin gaafa wal arginu URL neutral |
| | As wr wb jaalalaa fi hadooddiin isi mana khanaaf qabdan rakkoo mana khanaa furuuf gahaadha hamiileen obbaleeyyan kiyya hedduu namatti tola inshaaAllh buaas arkuuf teenya manni kun nu malee nama biraa hin qabu!! URL positive |
| | Tana Quba qabaadhaa:Abbaan Taayitaa Tamsaasa Itoophiyaa (Ethiopian Broadcast Authority ykn #EBA) #OMN doorsisuudhaaf xalayaa akeekkachiisaa tokko barreessee jira. Xalayaan dhiibbaa siyaasaa OMN irratti godhuudhaaf akka barreeffame ifaan irraa mul’atu kun, waajjiraalee 1/ negative |
| | Badhaasni kun namicha kana abbaa hirree godha naan jedhe maanguddoon tokko har'a Shaashamanneetti! URL neutral |
| | "Uumataa Itoopiyaa maraan bagaa milkooftan.. Irraa calatti goota keenya rayyaa ittisaa biyyaa keenyaaf galanni fi ulfinni isaanif haa ta'uu.. """"keenya lolaan waaqa""""..." positive |
| | Nageenyaaf jecha fageenya dheeraa deemneerra❗️ Garuu dhaaba hidhatee biyya diiguuf obsa hin qabnu #AbiyAhmedAli #Itoophiyaan Injifatte URL positive |
| | “Anii keessaa hin jiruu 🙋🏾♂️” is probably the funniest line to me in Oromiffaa neutral |
| | @user Kanin jedhu,dubbii Addisuutu akkas olka'e moo Aarii Lammaa fi Xayibaan irraa jijiiramuutu ummata akkas dallansiise? negative |
| | Hojjannaan badhaasa fi beekkamtii ni argatta positive |
| | Gochaa gara jabina irra darbee haramanummaa naafxanyoonni oromoo irratti hojjetan. Osoo lubbuun jiruu miti du'eeyyu namni ibiddaan hin gubamu.Falmadhu qeerroo!! URL negative |
| | Biyya fardi hin jirre Harreetu Garmaamsa! #Oromo negative |
| | @user Is love is accident?? Balaa namatyi buusa jechuudha! negative |
| | Nama bara barri gadheessuufi bara molatu, itti hin dhagahamu jedhu abbootiin...~Atis sanuma jechuukooti! neutral |
| | ~~Gumaata L.Lataa ---Oromummaa ---Oromiyaa ---Afaan Oromoo positive |
| | Garbummaa Hiddaan buqqifna, dadhabnu ilmaan itti gudifna.J.Waaqoo Guutuu***RabbirraLeellisaaObsaaQananiisaThey are in my mind 🥰💙 negative |
| | Mee maal jettuu kanaan!!!!Rayyaan ittisa biyyaa keenya.Akkasi ta'aa jettanii yaadanii beektuu!!!!.......waraanaa TPLF'N Akkaan ta'ee jira dhugaan jiruu kana...ummatni keenyaa utuu propaganda mottummaa kanaa utuma dhaga’uu battee fillatamaa turee. URL negative |
| | #Bilxiginnaan Uummataa Oromoo qofa miti qubee Afaan Oromoo cunqursaa jirti ! URL negative |
| | Guyyaa 11/11/2021Gamtaan Abbootii Gadaa Oromiyaa MM Keenya Dr. Abiyyi A. Duula Isaan taasisaniif galateeffachuun Abbichuu Abbaa Biyyaa jedhanii maqaas Moggaasaniiruuf!Warra Maqaa Oromootin ABUT Waliin qabsoofna jedhanis Koottaa ummatatti makamaa waamicha taasisaniifii jiru! positive |
| | @user Jaal Wabii koo sirhan bade mitii Soomanatu na bachiisee dhifama jirtuu isin? Jajjaboo itti muddaa Rabbiin isin waliin jiraa. neutral |
| | Ummaan keenyaa nii dhumaa mallee irreechaa irraa haabsuu hin danda'amuu URL positive |
| | #Dubbiin gaazexaan Riiportariin hololeessituu kun ergama akkami of keessaa qaba ? URL neutral |
| | @user Kan dirree salphaadha tabba bahii fardaanDiina maaf himannaa nutuu walqoodne gandaan Adiin gurraacha maaf jettaa osoon ani arguuHaaga yoomittii obsuu silaa barri hin darbuuQaqqaalii meeqa dhabnee bara darbaa dhufaaSila waa hin furruu adunyaan fiige nurraa cufaa... negative |
| | Na dagattee hin beektuInnichi na baate barruun kee haa ulfaatuFaarfannaa irra hin dabarreURL neutral |
| | OlJoollee oromo akkanatti biyya keessaa fi alatii biyya Afrikaa maqaa waamsisaa jabaadhaa haaluma kanaan itti fufaa URL positive |
| | " |
| | user Try this lyrics!✍️Gaa'ela Gooftaan EebbisuuBubbee fi qilleensi hin raasuu negative |
| | user Gadaan biyya ijaara malee biyya hin diigu 😂 positive |
| | #Oromoon_Bilisummaaf_LoluuDhiisee,#Walabummaa_Isaa__Eeggachuu(Secure)_Qaba! Rogeeyyiileen Oromoo humnoota cunqursoo alagaa ammaan dura moo'aman haalata loluu irratti ammayyuu waan argaman fakkaatu.Dhugaatti,sadarkaan qabsoo bilisummaa kun ta'eera.(1) positive |
| | |
| | |
| | user Rabbiin si ha guddisu bakka Abban kee ga'ee ol gahi positive |
| | user |
| | |
| | |
| | user Mootummaan ummata ofııtııf yoomıyyuu of hın qusatu!! positive |
| | OromooEssa jirta oromoMalif usta oromoHin dhagahamuu oromoMaf caljatte oromoNin dhagaya nan jadhi oromoSi yaaden jira oromooSi dhebodheen jira oromoIsiin arguuf hawwen jira oromo URL neutral |
| | Yeroo baayyee “Oromoon amhaara waliin jiraachuu hin danda’u.” Yaada jedhutu deddebi’a. Maddi yaada kanaa sodaa (Oromoon amhara waliin wal-qixa/ olaantummaa isaa kabachifatee bulchee buluu akka hin dandeenye calaqisiisa.) kun ammoo ilaalcha gad antummaa qabaachuu fakkaata. negative |
| | user’amuun keetiswaliin qilee buutan nageetti URL negative |
| | "Oromiyaa ni Ijaarra,Itoophiyaa ni utubna,Gaanfa Afriikaa ni tasgabbeessina...Sirna diimookiraasii dhugaa ijaarree Adduunyaaf moodela ni taana.Abbichuu Must Lead!!""""Oromoon biyya kana bulchinaan biyyi kun ni bittinoofti"""" jedhanii warra Jaarraa tokkoo oliif nutti mammaakaa turan URL" positive |
| | user Araara si gaafachaa jirtii araarami positive |
| | Ta'e dhaladhus mucaa hiyyesaTa'een du'a Sooresa URL neutral |
| | Haalli Fayyaa #Jawar Hammaataa Deemaa jira#Jawar ammas haala hamaa keessa jira. Eda galgala #gaggabee Gara kutaa #Shamsudin_Taha geessanii bishaan mataatti buusaa bule.-Dubbiin Doctor Dhuunfaan haa yaalamu jedhee mannni murtii murteessees Pooliisiin Hojii irraa oolchuu dhorkera negative |
| | Biyya mirgi ilmi namaa itti sarbamutti dow'iin Prez. |
| | user """"Mliyoonota bu'aa dafqa keetii qabaachuun si humneessuun itti fufiinsaa akka inni si utubu nin abdadha!" positive |
| | Kaabajamoo fi jaalatamoon sabni OROMOO deemsa karaa dheera dacheef samii gidduu akka bofa safaa qorumsi nama hiddu obsuudhan bu'a ba'ii heddu dandeessani baga nagaan geessan 2014 bari kuni kan nagaa🙋✋ kan jaalalaa👫💝 kan gamachuu😀 kan billissuummaa👊✈ nuf hata'u. positive |
| | waa tokko yoo nurra gahe fi sababa isaatin biyyattiirratti rakkoon yoo gahe shanee, shaabiyaa, jedhanii sababa eerun hin ta'u. Kan itti gaafatamu isin abbootii seeraafi mootummaadhaDhaddacha har'a irratti jecha #jawar dubbaate URL negative |
| | "▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬☞︎︎︎""""Maaliif sitti fakkaata Daawwitiin konkolaataa inni duuba agarsiisu xiqqaatee inni fuuldura agarsiisu kan guddaa ta'eef... Isa dudduubaa irra inni fuulduraa waan caalufi dha."""" URL" neutral |
| | Manni nyaata fi kaaffeewwan tajaajila yoo keennan teesso tokkorra yoo baay,ate nama sadi tajaala akka keennan. Tajaajilamtonnis walirraa fageenya jidduu isanii eegun dirqama. URL neutral |
| | ABOtti miseensa ta’a. Miseensa ABO ta’uun:-Sagantaa ABO barattu-Qabsoo ABOn gaggeessu keessatti hirmaattu -ABO jabeessuun, akka ummanni keenya jaarmiyaa jabaa qabaatu gumaachitu-Hoggansa muuxannoo qabu baasuuf gargaartu.ABOn furmaata; itti dabalamaa!! URL neutral |
| | jalaltii dhuga yomiyuu hin du'uu kanaf fagate jirti male onee na banee. URL positive |
| | @user @user Kolkolee hattuu dakkuu gandaa kessaa ergamtuu TPLF fi Abiin deemi galii hattichaa negative |
| | Barris dhumeera, Humnis dhumeera, waa hunda fixatteerta. Amma baala irratti guurun dhugaa awwaalaree? neutral |
| | Yoo danda'ame jaalalaan saboota biyya kanaa waliin jiraachu feena.yoo jaalalli dhibe ammoo ollaa gaarii taane waliin jiraachuu dandeenya, yoo ollaa gaariis didan ammoo akkaata itti balbala keenya cufannu ni beekna.MDK positive |
| | @user Qubicha akkasittan ol dhaaba jedheen, na dide bar. Safuu dandeettii namaa! neutral |
| | Osoo limit namaa eyyama gaafatamee dalachuu Taye Bara kana keessa namni tole jedhee dhalatu hin jiru URL neutral |
| | Yeroo hunduuma Waqaayyoo si wajjiin jira hin soodatiin. positive |
| | @user Aadde Oroomiyaa Jaalatamtu biyyaaAabdin tiiyya sumaa Haalkaniifi guyyaaa Haalkaniifi guyyaaBeekkumsif guuddinniQabeeynifi barnoonniiBiyya ofiif yoo hin taaneMaali hikaan isaani, yaa biyya tooMaali hiikaan isaani neutral |
| | Waan humnaan nurraa fudhatamee humnumaan deeffanna malee kadhannaan hin argannuu.#Jaarraa Abbaagadaa. URL negative |
| | @user @user @user @user @user @user @user @user @user @user @user @user @user Keessa hin beektuuKeessa qabattee namaa laatti.Seenarraa baradhu bro sittiiHimuuf yeroo hin qabnu.Oromoon Gootummaa waliin dhalate malee waan guyyaa keessa qabate miti okay🇪🇹🇪🇹 positive |
| | Guyyaa gaarii kan gammachuu rabbi isiniif haa godhu ! @user Oromia Region URL positive |
| | @user baga gamadan baga rabbiin isiin gargaree ol.aantuma seera kabachisuun keessan bayyee nuu gamachiseera positive |
| | "Godina Harargee Bahaa Aanaa Cinaaksanitti Waraanni Shiftaa Abiyyi bobbaasee ittiin Uummata dararu, dargaggoota qaama kamirraayyuu walaba ta'a kudhan (10)bakka tokkotti Isin Shaneedha"""" jechuun rashante haga ammaa namni lama bakka jiru hin beekamuuser" negative |
| | Yoo itti beekan akka goota kanaati yoo itti wallalan akka hogganaa TPLF. Goota gaafa afrikaa jabaadhu RABBIIN si wajjin jiraa.? URL positive |
| | " |
| | |
| | user koo Ya LammichooBaga keenya taatee Ya #Qorichoo! positive |
| | |
| | |
| | |
| | user Falaa nagenyaa waraa ta'a hundaa irraatti tarkaanfii fudhaa tamuu qaba URL positive |
| | Hidha laga abbayaa irraa wanti duubbatti nu deebisu hin jiru. Jabaadhaa yaa uummata itoophiyaa. Namni dubbii hin beekne akka fedhetti haa dubbatu. Nuti hojii keenya hanga galmaan geenyutti in hojjenna. URL positive |
| | #Baga Ayyaana Irreechaa bara 6414 /2020 geessan!Hunda dura ilmaan Oromoo hunduu baga bacaqii gannaa baatanii booqaa birraa geessan!!Irreechi mallattoo nagaaf jaalalaa fi duudhaa waaqeffannaa Oromooti. URL positive |
| | #Godina Baalee#Dalloo Mannaa#Eebba Piroojektootaa Bara 2014 Hojjetamanii Xumuramanii. URL neutral |
| | Jaal Bariisoo Waabee|||Jaal Gadaa Gammadaa|||Jaal Abbaa Xiiqii Hinsarmuu|||Jaal Doorii Barii|||Jaal Falmataa|||Jaal Faafamaa Dooyyoo|||Jaal Irrinaa Qacalee|||Jaal Dhaddacha Boruu|||Jaal Dhaddacha Mul'ataa|||Jaal Marii Galaan neutral |
| | user Soba dhuga irra fagaateeFi garaagarumma Oromoo gidduutti uumuuf waan itti yaadamee kalaqameedha.Icciiti isaa hunda bira geenyeerra.Gujiin saba akkasiiti miti.Abbaan Gadaa Gujii abbaa Gada yoomiyyuu caala kabaja qabuuf Oromoo fi Oromummaa qofaaf hojjatuudha. Akkasitti qabadhu. negative |
| | paartii walitti makamuu irraa faayidan nuuti argannu tokko hin jiru. Barattootni keenya du, aa ajjeffamaa jiru kanaaf dhimma paartii osoon taane dhimma bilisummaa ofii labsachuutu nu baasa URL negative |
| | #Isa:- Dammakoo Nagaa Bultee?#Ishee:- nagaahaa! Natti Hin Dubbatin. Kankoof kankee asumarratti raawwate#Isa:- Du'a Qofatu Addaan Nu Baasa Hin Jennee Ati?#Ishee:- Du'a Abaluuti Jennee . Kunoo #Adaadaan Koo Duuteetti Lammata Bakkan Jiru Hin Gahin!#Oromo #meme #habesha neutral |
| | |
| | user |
| | |
| | user Tsegish wanta itti amante dubbatte wanti dhiifama jedhamuuf hin jiru garuu qabsoo oromoof ejjannoo sirrii qabaannaan abbaan fedhe yaada isaa bilisaan ibsate saba kana gabrummaa jalaa baasuuf wanta barbaade godhuu dandaha hanga ummata oromoo jaalatutti! positive |
| | 👉BALAA TASA MUDATE👈? kana jechuun maal jechuudhaa!!!??? Akkamitti Hoolaan Tiksee osoo qabduu Sardiidni Dammaqsaa!! Dhiifamni namahin Araarsu negative |
| | |
| | |
| | user Qaamni hidhannoo, fi uffata hidhannoo qabu kamiyyuu Ummatatti makamuu seerri waraana addunyaa ni dhorka.sababni isaa bakka waraanni jiru lollo waan jiraatuuf ummanni akka hin miidhamneefi. Teenya garuu yookiin hin loltu yookiin hin dhiistu ummatatti makamuudhan ummata ficcisiisti positive |
| | Ergaa koronaa balaafamaan kun dhufe mana bahee hin beeku. URL neutral |
| | Ummati oromoo Hundii kenyaa sher sher woliif hagonu follow follow gochu hin Daggatina URL neutral |
| | Goota Sanyii goota sii miti gaadidduu kee hin qabdu Wayyaaneen. URL negative |
| | Galatoommaa kabaja guddaa kana Nama Guddaaf kennu keessannin. #Abbaabiyyaa Kabajamoo M.M.E. Abiy Ahmed Ali. URL positive |
| | |
| | |
| | user Engineer guddaa galatomaa,Garuu damee barnotaa Qonnaa isaa kamiratii hojettaa?1.Animal sayinsii2.Plant sayinsiii,,,,...........etc. neutral |
| | Gowwaan Hambaa corteeHar'a buluu feetuGaafa lafti dhihuNi bari'a hin seetu! Leta kenai URL negative |
| | Hacee yomiyyu sin hin dagannu bollake daadhin ha guutu🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹Check out OROMTICHAA's video! #TikTok URL positive |
| | user negative |
| | You’re gone too soon, Hacee Goota Oromoo, Sabbonaa Sabbonaa caalu, Abbaa Haaqaa, Falmtaa sabaa, yaa lammiikoo... URL positive |
| | |
| | |
| | |
| | |
| | |
| | user must goFulbanaa 30 boda motumma nuf tahuu kardiin filachuu dadhabnuu median filachuu hin dadhabnuu negative |
| | |
| | |
| | |
| | |
| | user Amma yeroof, yeroo walbira dabran irra jirra! neutral |
| | "@user @user ,""""JSM badhaasa kanaaf shoora guddaa taphateera,'Baga Gammadde!'jechuu isaa akkam feena,diina qaanessuuf!""""" positive |
| | |
| | |
| | |
| | |
| | |
| | |
| | |
| | user Oraalii meeshaa gurguddo hidhatte sinirraan darba ooltu maalif hin lollee. Moo ishee laaftee baqattu jirtu dandeessu? Akkuma tahettu biyya ofii eegachuun waraan kamiyyu haa ta'u hidhatee ofirraan dabarsuu dhabuu biyya ofii eegatuf mishaadha!!! But analysis cost & benefit negative |
| | "@user Kun qaanii fi yeelloo baatamuu hin danda'amnee URL Kan na aarsu jidduutti ummatni jeeqamuu fi miidhamuu isaati malee,""""walirraa haa galchitu """"" negative |
| | Itiyoophiyaan koloneeffatamtee hin beektu. Ammas kolonii ammayyaa Afrikaanota bakka buute nii injifatti. #March4Ethiopia #EthiopiaPrevails user user user user user positive |
| | |
| | |
| | user |
| | |
| | |
| | |
| | user Ethiopia URL positive |
| | |
| | |
| | user Hireen jibbamtootaa amma booda gara duubati malee yoomuu hin tarkaanffattu. Waraanni Bilisummaa Oromoo har'as borus isa kan daanga OROMIYAA tiiksuu. negative |
| | Qeeqa #Jawwaar (Ethnofederalist) gara #Abiyitti (Ethiofederalist) darbate keessaa:~#Yeroo murteessaa kanatti Dr.Abiy darboo (gamble) taphachuu fi wanta balaa fidu akkasii akka dhaabu akeekkachiisa.Jijjiiramuu EPDRF gara EPP irraa #Amaara qofatu fayyadama jedha.(1) negative |
| | The king of Classical Oromo Music has fallen💔Rest in Power Nuhoo GobenaRabbi Lubbuu keessan Mirga isaan nuuf haa kaa'u. Nagaan Boqodhaa Artist Nuhoo Goobanaa🙏😭 URL neutral |
| | Maal jechuu akka barbaadan osan beekee silaa nan gargaarayyu.Tarii Mana baruumsa sadarkaa tokkoffaa Buraayyuu jechuu barbaadanii laata? URL neutral |
| | |
| | user Magaalaan Fiichee ejjennoo kee baruu barbaadu. Dhaabbata isa kamtu nuu mala isa jedhu beekuu hin dandeenye!! neutral |
| | Qaama mootummaa #EPDRF kan taatee OPDO'n sababa tokko malee waajjiraa Addaa Bilisummaa Oromoo(ABO) magaalaa Walisootti baname ture cufee. negative |
| | Bunaaf nagaya hin dhabinaa🙏#Jimma, #Oromia, #Ethiopia 🇪🇹 |
| | |
| | |
| | user |
| | user Annis biyya qaba biyya biyya Caaltuu...... Ali birra neutral |
| | Obsa qabaadhu! |
| | |
| | |
| | |
| | |
| | |
| | user Dhiis dubbii---kun ifaa dha! Siyaasa fi mala habashaan Jawwaar irratti maltu albahuu hin qabu negative |
| | user Ati yoo lola feete deem loli malee social mediarraa maal dalayda. Nuti wayita addunyaan fagaattetti qawweedhaan aangoo qabachuutti hin amannu positive |
| | |
| | |
| | user user user user |
| | user Ajaa'iba! Biyyattiin miilla tokkoon dhaabbatti ka! negative |
| | user Dhugaa kee jettamoo jecha ciigooti? negative |
| | Yeroon addunyaa kanarraa du'an darbuu barreessaa fi Gaazexeessaa #Gadaa G/Abb dhaga'uu gaddaa guddaatu natti dhaga’ame.Gadaan dhalootanis ta'e dhiigaan Oromoo jechuu dandeenya .Oromoo Addaggummaa malee waa'ee seenaa Oromoo hin beekne kumatama caalaa.#RIP URL negative |
| | Covid-19 haalaan hammaatee jira. Mask keeyyachuu fi harka keessan sanitizer fayyadamuun qulqulleefachuu hin dagatinaa. Fayyaan Faaya.#Oromia #landofdiversebeauty #visitOromia #OTC URL positive |
| | Afaan Oromoo🌳Afaan Federaalaa⭐️ ta'uu qaba jettee lafa dhiituuken Dura Afaan Oromoo🌳 Afaan ofiikeetii godhi! #Dr.Nafyad negative |
| | Kol.Gammachuu Ayyaanaa, akkuma shiran hidhame ,shiran hikkameera. Hundaafuu gammaneera. URL negative |
| | #InternationalMotherLanguageDay Guyyaan har’aa kun Guyyaa Afaan Dhalootaa Idil-Addunyaati (International Mother Language Day”. Baga ittiin isin gahe.Wogguu Gur. 21 akka Idil-Addunyaatti Guyyaa Afaan Dhalootaa godhee DMG (UN) maaliif murteesse? 👇 URL positive |
| | |
| | |
| | user Yaroo kanatti Isin Bilisoomtanii jirtuu. Duraan Usuun keessanuu Nuuf Ifaa miti. Ammas Baaqaa Callaan Adda Bahe bahaati jiraas Haqaa Bahuuf Kan hafe Rabbuma Abdanna. Abshir. Obsaan Annan Goromsa Dhugaa. positive |
| | #Oromiyaan ifaajjii ijoollee isheettin bilisoomtee ulfina argattee bara baraan haa jiraattu!🥰 positive |
| | Mootii akkanaa yoomiyyuu tanaan biyyi arkatte hin jirtu hubadhaa 🇪🇹💪💪💪🙏💞 URL positive |
| | |
| | |
| | |
| | |
| | |
| | |
| | |
| | |
| | user Oromiyaan durumayyuu magariisan kan badhaateedha, ati dhabuu dhiiftus uummanni keenya dursee dhabeera. negative |
| | #Aalamuddin Ammas Albuuda Oromiyaa keessa akka saamuf MIDROC akka banamuuEeyyama, Sooressa Oromoon qabdu Obboo #Dinquu irraatti immoo Ololla ofuun...Abadan hin ta'u#WeStandWithHim URL negative |
| | Namni akka simormu qarshii kumaatama hedduun sitti qaxaranii Facebook fi Twitter irra akka yaada kee morman godhamaa jira fakkaataa. Atuu kana hin beettaa jedhee amana. Jiraadhu abbaa qeerroo negative |
| | giiftii dirree biyyaa keenya kun sitti xinnaate itti siif dabalamaa URL neutral |
| | |
| | user user |
| | |
| | |
| | user |
| | |
| | |
| | |
| | |
| | user Inni Sirrii dha;yaada koo ti! Gruu miidiyaan siyaasaa qulqullina qulqullinaa fi saayinsawaan ta'uu qaba. positive |
| | Dachee wallaggaa irratti Shimallis ethiopia haaraa ijaaruuf uummata duguugaa jira. Haadhaaf daa'ima bakka tokkotti amaaraan ajjeefaman URL negative |
| | Haangaasaan Dubbii gadi yaaseera Abbaasaa URL negative |
| | yaa oromia haraas siif bari'u dide garuu guyan sun amma gatii jira yoom sidaganee biyaa ormaa oso tenyuu lammii wali URL neutral |
| | #Oromo#Oromummaa#Oromiyaa#Tokkummaa#AbbaaBiyyummaa#Bilisummaa#Hireemurteeffanna #Walabummaa#GadaaOromiyaa#BiyyaOromiyaa#AlaabaaOromiyaa#FaaruuOromiyaa#LammiiOromiyaa#AfaanOromoo#DiinagdeeOromiyaa#AadaaOromoo#SiyaasaOromiyaa#AartiiOromoo #Dream! neutral |
| | NAMANI OFFII YOO DU'EE BIYYOO ITTII HAA SALPHATU JEDHUU MITTI REE KAN ABBAA LATTAA KOO neutral |
| | |
| | |
| | user Akkam gaazexeessaa fi jaalatamaa ilma oromoo bagan si argadhe abbee akkam biyyi hambaa nagaa keessanii? neutral |
| | |
| | |
| | |
| | user tokkuman oromo dhaba cimaadhan hoganamu bu'an isaa kan kanafi timme lamma jenaa URL positive |
| | "@user Waa'een isaa garaa nu nyaatee,sammuu nu joonjessee,miiraan dhiigaa jirra! Lammaan goota ol nu baasee """"Everest"""" irra nu kaa'ee,ofii konkolaatee garba seenee iccitii nutti ta'e.Bakka inni jiruu fi haala dhuunfaa isaa nuuf qooda yoo gurra qabdan! #Lammaa_Deebisaa!" positive |
| | user Keessan kottu jechuun _______? Yeroo hin gubin neutral |
| | Namuu gara dandeyuun ummata kenya wallagaa fi gujiitif sagalee tahu qabna kessaafu yeroo dhukkubni korona akkanatti hammate keessatti informationni isaan hin qaqqabu. kanaafu internetiin fi silkiin ha banamu… URL positive |
| | UNHEALTHY MAN!!! CRAZED MAN!!! CRAZY MAN!!! BOGEYMAN!!! INSANEMAN!! user user user user user user |
| | user positive |
| | Wanti Oromoof malu tokkummaa qofa;Tokkummaa ammas tokkummaa!! positive |
| | user Adeeroo kana jedhee kijiba gaa. URL negative |
| | Gaafileen Oromoon qabatee ka’e, kan eenyummaa,abbaa biyyummaa, Afaaniifi diinaggee deebi’anii jiruu? Yoo deebi’uu baatan gurmaa’ina dhuunfaatiindeebisuu dandeenyaa? Ana natti hin fakkaatu! ~JM neutral |
| | nagaya yaa sabaa kiyaa anii isin male malin qaba yabo waljabesa akka shibirawalfedha akka ilman hadha takawalhin jibina akka binesayada positive |
| | Namni #Xaarmusii keessa bu'e, keessaa bahee hin beeku!!~#Source: anonymous, possibly public quotation!! neutral |
| | Bakkalchi dhugaa mumullacha Jira barri dukkanaa sun darbuuf jedha❤️💚❤️✊ URL positive |
| | Namni ati duutee du'a oolchite tokko👇 URL neutral |
| | |
| | |
| | |
| | |
| | user Haangaasan dhiifama siin jedha. Ati akkam jettaan? yaa |
| | |
| | |
| | |
| | |
| | user Harer, Harerge, Ethiopia URL neutral |
| | Abichuu Abbaa biyyaa sii fanaa jiraa rabiin sii haa eguu biyyaa teenaa biyyaa nagayaa nuf haa godhuu gadaan qufaa gabinaa positive |
| | user user Waaqayyo siin waliini Jira !! Kanaafuu mo’ichi kan keeti Dr Abiy muumicha minstera Ethiopia tiif hoggan humna warana !!! Baga ittiin sigaye!!!! positive |
| | Ummanni tigiraayi uummata keenyarakkoo hamaa keessa jira gargaarsa barbaada furmanni nageenya buusuudha waaranni yaalamee yaalamee dadhabame nageenyatu nubaasa. URL positive |
| | Harreen Dhuftanii hin dagatinaa.Booraa Siidaa Dabalee irraa bahee abbaa farda fakkaate Minilik. URL negative |
| | Garaa garummaa Galata haadha keetii kafaluu hin dandeysu jennaan, akkamitti? Dugdatti ba'adheetiin xuraawaa irraa dhiqee tajaajilaa jiraa je'een. Akkasii miti: Isiin yaroo si tajaajilaa turte, yaa Rabbi naaf guddisi jechaa si tajaajilte, ati ammoo narraa ajjeesi jetta URL negative |
| | "#Baaroo_Tumsaa :1960'oota keessa Qajeelfama qabsoo kalaqe akkasitti ibsee ture:""""Nuti,oromootni,tooftaa barbaachisu kamiinuu aangoo mootummmaa qabachuun dirqama.Kana gochuuf kutaalee hawaasa keenyaa hunda karaa iccitii ta'een gurmeessu qabna...(1)." negative |
| | Egaa si'achi Kristos isa ana keessaatu jiraata malee, anatu jiraata miti; jireenya ani amma fooniin jiraadhu immoo, ilma Waaqayyoo isa na jaallate, ofii isaas dabarsee isa anaaf kennetti amanuudhaan nan jiraadha*.Gara Warra Galaatiyaa 2:20 MACQULURL neutral |
| | |
| | user Kana eessaa fidde abbaa oduu? negative |
| | #Amboo keesaa lolaa qaata shaggar gahee mataaniAbbaan yoo du'ees ilmii jira hin baduu maqaanni... URL neutral |
| | yoo simannaa qabanee bakki Nutti dhabamne hin jiraatu URL neutral |
| | ODPn paartii qeenxee jaarutti deemnaan dantaa saba keenyaafi wabii uumuufi sirna federaalizimii qabsoo ummatootaan jaarame tiiksuun mala biraa dhahuun dirqama. ~~JM negative |
| | Manni maree Aanaa Adaamii Tulluu Jiddoo Kombolcha Gamaaggama hojii kurmaana 2ffaa bara 2013 kaleessa eegale gabaasa kekteraalee mootummaa aanichaa caqasuun itti fufee jira URL neutral |
| | Yaa Rabbii bakka kamituu warra tikaa kee jala jiru nu taasisi.Yaa Rabbii onnee sodaa keetin guutamtee nuf kenni. URL neutral |
| | |
| | user Waraana Mootummaa fi Uummata gidduutti taasifamu keessatti ,Abbaan dhugaa(uummanni) abbaa irree(Mootummaa) yogguu ni injifata.✊ neutral |
| | |
| | |
| | |
| | user user user user negative |
| | Eenyummaa waggaa 400 oliif SARBAMTE DURA DHAABBATANII OROMUMMA TURSIISAN! OROMOO WOLLOO LAFA IRRAA FIXUUF AMAARAAF ABIYYIIN ITTI DUULAME MAAL GONAA?? LAFA IRRAA DHUMUU QABNAA NULLEEN OROMOO WOLLOO JIRAACHISUUF!! negative |
| | ''Mootummaan murtewwan wayita murteessu dhimmoota bu’uuraa sadiif dursa kenneti; isaanis Birmadummaa, Faayidaa biyyaaleessaafi kabaja biyyaati.’’ -Ministira Muummee Itoophiyaa Dr. Abiyyi Ahmad#EthiopiaPrevails URL positive |
| | "Jireenya keessatti wanti si mudate hin jiru. Siif ta'e. Mufannaa hunda. Badii hunda. Balbala cufame illee. Hundi isaa har'a eenyu akka taate si taasiseera.@user""""DharMann" neutral |
| | Adunyaa tana irratti nami wa afur argate ya milkaaye1.Haadha manaa dansaa.2.Mana baldhaa.3.Ollaa dansaa.4.Geejiba dansaa. URL neutral |
| | Godina Jimmaa Aanaa Limmuu kossaatti mariin nageenyaa fi haala yeroo irratti xiyyeeffate hoggantoota Oroomiyaa fi godinaatiin abbootii qabeenyaa Aanichaa waliin taasifame Mariin kun rakkoo nageenyaa namoota farra nageenya ta'aniin aanattii mudate furuuf kan kaayyeffate dha. URL neutral |
| | nutti Oromoon jawaar malee warra sirnaa nafxanyaa nutti debiisuuf figaa oltuu kanaa irra abdii hinqaabinuu jabadhaa URL negative |
| | 💞”Namaan if jaalachiisa jette hin cinqamin kan si beeku ifiifu si jaalataa! Jaalalli warra of miidhus! warra wal miidhus hin fedhu. Warri wal jaallatu Sababni jiraachuu isaanii walii isaaniiti.”💞 |
| | useruser URL neutral |
| | Awwaay GalaaneeAwwaayi Galaa saamunaahinrafu maalan rafaagaraa namuraahin raafu maalan rafaagaraa naamuraa URL neutral |
| | user Kaan brand name irratti wal lolu Kun hojmanee barii itti kenname hin daganne!I genuinely love him! neutral |
| | **Xiinxala gidduu kana taasifameen ... ~~Sabboonummaa Amaaraa kan gaggeessan karoorri isaanii filatamaan wal waraansa kaasuun aangoo harkatti galfachuun humnaan biyyattii bituu ta'uu kun ragaa quubsaa tokko.~Ololli JSM fi OMN irratti gaggeefamaa tures qaama isaati. URL negative |
| | user Afaan koo irra ture,gad katabuun dadhabe mlee neutral |
| | #Birmadummaa! #Bilisummaa ! #Walabummaa! #Lubbuu! neutral |
| | |
| | user user Soba dhugaarraa fagaateeEenyutu utuu midhaan hin nyaatin hangana turuu danda'a negative |
| | ...Bareedina keessanGootummaashee argeeYommuu koraaf baatuGoota sanyii gootaaGadameessa baateeYaa sanyii Warqituu....#KuulleeKoo🥰 #HachaluHundessa URL positive |
| | #Boycott Safaricom PLCOromoon hundu yakka dhaloota dhalootatti darbu kana NO jechuun dirqama isaati!#BoycottSafaricomPLC#BoycottSafaricomInEthiopia#BoycottSafaricomInOromia#NoExpansionInOromia#SafarikoomLagadhaa#BoycottSafaricomPLC#SafaricomStopdiscrimination negative |
| | Ofii hin beekneen bakka namni dhaabbatu malee bakka ofii dhaabbattu hin argitu. URL negative |
| | |
| | user |
| | |
| | |
| | |
| | |
| | user Taakkee Jabaadhu!!! olola gadi galoo hin dhaga'iin ati dhugumaan nama Hojiiti. Dhiira akka keetii baay'eetu sodaata, sodaan ammoo waca fida. Kanaaf fuulduratti deemi. positive |
| | |
| | |
| | |
| | user Kabajamoo kantibaa keenya ati hojii ummata fayyadu hojjechuuf guyyaa halka sochoota. Garuu habashaan Afaan keenya barte aanaa irra teessee barumsa Afaan Oromoo Qabsoo meeqaan eegalame doomsuuf deena's Jirtuu fakeenya Bole bulbulaati mana barumsa Caffee bulbulaa Rakkoo hanna jira. negative |
| |
|