audio
audioduration (s)
0.38
349
text
stringlengths
16
221
speaker
stringclasses
130 values
split
stringclasses
1 value
nuti afaan oromoo malee hin beeknu waan ta'eef buna dhugna jenneen
SPKR279
train
qopheessanii ittiin qabanii saamuun hiyyoomsu
SPKR279
train
bakkuma jiranitti kanneen abuuramanii dha malee
SPKR279
train
akkaataan bilbilli dalagu bara kanas baay'ee hin jijjiiramne
SPKR279
train
gurri isaa ala jira beekamaadha
SPKR279
train
birmannaa dhabuun akka jiru hubattee
SPKR279
train
san diigee ykn irraa fottoqee sirna haaraya ijaarrachuudha
SPKR279
train
itti deema kan jedhu gaafataniiru
SPKR279
train
inni taa'ee nama hin ergu ofumaa soqa malee furmaata
SPKR279
train
mee humna sammuu haa ilaallu
SPKR279
train
yoodhugaamiti kanjettu ta'e maaliif
SPKR279
train
isaaniif deebiin barreeffamaan kennamuu qaba
SPKR279
train
utuu hingaafatiin nyaatee callisee mataa buusee taa'e
SPKR279
train
naan jette iskiriptoo ishee waraqaa irraa kaasaa
SPKR279
train
guyyaa murteen eeggachuu itti fufe
SPKR279
train
abdi hin kunnu diina laallee wal agarra
SPKR279
train
kabajamu kan jedhan yaadota furmaataa komishinichi dhiyeesse keessayi
SPKR279
train
ganda warra gumuzi jedhee deebiseef
SPKR279
train
dhugaadhaan waadaa waliif seenanii dhugaadhaan waliif amanamu
SPKR279
train
tartiibni alaabaafi asxaa seeraan murtaa'a
SPKR279
train
qabaa fi attamiin buluu qabdii irratti mariin geggeeffamuu jalqabe
SPKR279
train
achiin booda faanoseen gaaddisaaf bilbiltee waan ati itti himte mara gaaddisaaf himti
SPKR279
train
kana qofa miti haala qabatamaa addunyaa illee beekuun dirqama
SPKR279
train
kanumaan yoo fedhan misoomsuu ykn balleessuu mirga namootaa goote
SPKR279
train
sammuun ishee jaalala isaanii yaadate
SPKR279
train
cimdoofi urgeessaan hamma kana gurraa hin qabani
SPKR279
train
namummaan namaaf jiraachuu dhala namaatiif yaaduudha
SPKR279
train
ergasii kaasee dhaabaafi obseen wajjin jiraataa turan
SPKR279
train
isheen garuu boonsaaf deebii deebisuu isheti
SPKR279
train
gama diinagdeetiin hojiilee sadi gurguddaa iratti xiyyeeffachuu barbaachisa
SPKR279
train
yoo dabarfates achis sanumatu jira
SPKR279
train
tarreeffamni miseensotaa akkasumas aangoofi hojiin gumichaa seeraan murtaa'a
SPKR279
train
taphataa tokko qofa jijjiire'' jedhe
SPKR279
train
jarri osoodhuma qoosaa jiranuu haala isaanii duraatitti deebi'an fakkaata
SPKR279
train
achis hiixatee dhagaan qabannaa hin taaneefi
SPKR279
train
kan jedhuuf deebiin akka armaan gadiiti ibsamuuf yaalameera
SPKR279
train
argannoo alanaa kanaan qorattootni arganno dinqiidha jedhaniiru
SPKR279
train
abbaansaa obbo madaqsaan ogeessa daandii elektirikaati
SPKR279
train
sammuun dhala namaa akka dachee gabbataati
SPKR279
train
ittuma nagaa isaanii ofirraa balleessani
SPKR279
train
armaan gadii hin dabalatu
SPKR279
train
galuufiidha mootummaan naannichaa gaaffii kan dhiyeesse
SPKR279
train
namoonni mana waan hin qabneef sharaa hidhatanii jiraatu
SPKR279
train
federaalaa jidduu akka galuuf gaafate
SPKR279
train
waaqnis amantii kiyya malee kan biraa hin jaallatu jedhaniis ni amanu
SPKR279
train
kun immoo waan si qofa muudate miti
SPKR279
train
dallaa jalqabaa kun karaa baha biiftuutiin karra seensaa qaba
SPKR279
train
hunduu wal qixa dachee kanarratti qullaa isaa uumame
SPKR279
train
yaada kiyya keessatti sibiila tumuun natti dhufe
SPKR279
train
ministeerri haajaa alaa akka waggoota shanan as aananii laaffatee hin beeku
SPKR279
train
ummanni keenya waggoota shanan darban du'aa ture
SPKR279
train
qondaaltonni mootii haayilasillaasees mana kana keessa hidhamani turani
SPKR279
train
barruu kana keessattis gaafii kanaaf deebii kennuuf nin yaala
SPKR279
train
kutaa uumuun uffannaa qorraaf oola
SPKR279
train
eegasii gareen dorgomtoota lamaanii wal qeeqaa wal himataa jiru
SPKR279
train
namni kun tolatti aangoo ameerikaa bulchuu hin arganne
SPKR279
train
bu'iinsaan kennuu ni danda'a
SPKR279
train
namnillee situffatu nama dhugaa malee dhugaan hundatti hin mul'atuu
SPKR279
train
raawwatiinsi isaa dambii bahuun kan murtaa'u ta'a
SPKR279
train
garuu ammayyuu karaa eeguun waa'ee hinbaasu
SPKR279
train
nuti amma ilaalu kan qabnu gara alaa osoo hin taane gara keessaati
SPKR279
train
guutee na gaafate tokkoyyuu hinjiru
SPKR279
train
bakka hundaatti nama of irratti amantaa qabu hin jaallatan
SPKR279
train
'soomii kan eegalu yoo aduun baatuu qabee haga isiin deebiitee dhiituutti turama
SPKR279
train
bulchiinsaatiif ni dhiyeessa yeroo murtaa'us hojiirra ni oolcha
SPKR279
train
bineensonni dur turan bakka biraatti geeffamu odeeffannoon jedhu jira
SPKR279
train
kun namoota seenaa dhibee kanaa qabaniif waan baramaadha jedheera
SPKR279
train
''karaan ittiin hawaasa keenya bira geenyu tokko karaa ijaarsa kominitiini
SPKR279
train
kunis sababa namani sun foon gaalaa soorachuu irratti ilaalchagaarii hin qabneefta'uuisaati
SPKR279
train
ilaalchi akkasii kun ammoo kasaaraa malee bu'aa inni waaqaafis ta'enamaaf buusu hinjiru
SPKR279
train
gadi jettee daawwitii mataasaatti kaa'ata
SPKR279
train
dursa ilaalcha gaariin dabaalamuu qaba
SPKR279
train
oomishaalee biyyattiin gara biyya keessaa galchiturrattis odeeffannoon jira
SPKR279
train
biyyoota sadarkaa kana gahu jedhaman kanneen tilmaaman xiqqoodha
SPKR279
train
garuu urjiilee kanneen biroobay'ee caalaa xiqqoo dha
SPKR279
train
hojii dabalataa armaan gadiii ni qabaata
SPKR279
train
ati deemii baradhu jireenya kee
SPKR279
train
ogummaa kennamuuf darbuu qaba
SPKR279
train
nan balfiin ani qomoo keeti
SPKR279
train
obseen daree keessaa daftee ba'uu didde
SPKR279
train
ittuu hammeessee ollaan garagalee kutaa fi oddoo hoteelichaa guute
SPKR279
train
akkam akka nama dhukkubuufi of nama jibbisiisu kan cabee arge haa murteessu
SPKR279
train
gara fuulduraatti ammoo ijoollee durbaa jajjabeessuu baay'een barbaada
SPKR279
train
amman sirraa baradhee reef obsikee naa galee
SPKR279
train
rakkoon nageenyaa uummata kana qaqqabuuf hudhaa ta'uu eeran
SPKR279
train
rakkina rakkisi rakkinni haa rakkatu
SPKR279
train
obseedhaaf waa'een gochaa tolaas gaaffiidha
SPKR279
train
fuudhu jedhu dhagahuu hin fedhan
SPKR279
train
raawwiin isaa danbii bahuun kan murtaa'u ta'a
SPKR279
train
keessaa qabnu akka dabalu godha
SPKR279
train
namootni hedduun misooma barbaacha jooraa oolu
SPKR279
train
sirna abbaa lafaa diigee lafa ummataaf raabsuun deeggarsa argate
SPKR279
train
eeyyeen natti argamaa jira kuunnoo
SPKR279
train
isaan kunneen hubachiifnee deebisuutti jirra '' jedhan
SPKR279
train
foonni foon haata'uu malee foon namaafi foon horii isaaniif tokkuma
SPKR279
train
saalaan gaddi isatti dhagahame miidiyaa hawwaasaan ibsate
SPKR279
train
ija ijashee fi hidhii hidhiishee ilaalaa dhudhungata
SPKR279
train
qindeessun miidhagsanii dhiyeessuu akka ta'eedha
SPKR279
train
hanga kaleessa buuste fooyyessuu maaliif hin yaadduu
SPKR279
train
aadde laliin garatti gortu dhabdee jirti
SPKR279
train