id stringlengths 19 19 | speaker_id stringclasses 82
values | transcription stringlengths 17 254 | language stringclasses 1
value | gender stringclasses 2
values | age_group stringclasses 3
values | dialect stringclasses 7
values | audio audioduration (s) 0.52 30.6 |
|---|---|---|---|---|---|---|---|
sagalee_SPKR014_021 | SPKR014 | Eebbiseen, ajjeefamuun abbaa warraasaanii humna kootiin ijoollee kana guddisuu waanin hin dandeenyeef rakkoo keessa nagalcheera jedhu. | orm | Male | 25-32 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR014_003 | SPKR014 | Kanarraa kan ka'e balaliin gara Laalibelaafi magaalota naannoo Amaaraa tokko tokkotti taasifamu addaan cituufi rakkoo keessa galuu himaniiru. | orm | Male | 25-32 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR014_026 | SPKR014 | Maaliif jennaan, aaruu dhiistee waan sanatti baacuu / nama sanitti kolfitee inumaa ittiin bashannanuudhaaf aangoon guddaan harka kee waan jiruufi. | orm | Male | 25-32 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR014_034 | SPKR014 | Maal sii godhu? " jedhee gaafiin dhamaasu san; ejjannaa isii kan fageenyarraa yoo ilaalan hunda booji'ee afaan qabachiisee "Isiin kun Nuubiyyaadhamoo? " | orm | Male | 25-32 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR014_002 | SPKR014 | Har'a qabsoo diddaa kolonii fi Bilisummaa wal duraa duubaan hawaasni Oromoo geggeessaa turee fi jirun, maqaan biyya Oromoo Oromiyaa tahee | orm | Male | 25-32 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR014_009 | SPKR014 | misooma qonnaa, daandii qilleensarraa fi buufata xiyyaaraa, oomisha shukkaaraa, misooma indastiiriiwwanii fi humna nageenyaa ammayyeessuu eeran. | orm | Male | 25-32 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR014_004 | SPKR014 | gara hojii idileetti deebi'ameera, '' jechuusaa ibsi Feesbuukii irratti bahe kuni hima. | orm | Male | 25-32 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR014_022 | SPKR014 | Garuu bariisaa yeroon deebi'u, rakkoon qalbii (Psychological) akka waan na mudateetti fudhatan. | orm | Male | 25-32 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR014_017 | SPKR014 | Namni filannoo Mana Maree Magaalaaf dorgomuuf dhiyaatu seera filannoo biyyoolessaatiin ulaagaalee ibsaman kan guutuu fi afaan hojii naannichaa Afaan Oromoo | orm | Male | 25-32 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR014_016 | SPKR014 | Kan nama dhibu yoo jiraate, abbaa warraafi haadha warraa waldhabanillee jaarsolii wajjiin deemee walitti araarsa. | orm | Male | 25-32 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR014_024 | SPKR014 | Dubbisa gaarii! BOQONNAA TOKKO Dhala Namaa Addunyaa keenya irra uumama garaa garaatu jiraata. | orm | Male | 25-32 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR014_032 | SPKR014 | Goonni qabsoof manaa bahee bosona mana godhatus dubartiin hanga fedhe bareeddus dhirsa qabaannan aadaa cabsee jaalachuu akka hin dandeenye hubachiisuf, | orm | Male | 25-32 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR014_013 | SPKR014 | Haata'u malee, tilmaamawaan amma eeramaniifi kaaniin alatti, guyyaan Ebla tokko attamiifi eessatti akka eegale ilaalchiisuun odeeffannoon seenaa sirriitti beekamu | orm | Male | 25-32 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR014_007 | SPKR014 | Daa'ima xiqqaa guyyaa dhaloota isaa keekii muruun gammadu qofa osoo hin taane abjuun isaa akka fagaatuuf Teerii Henerii fi Ziinaddin | orm | Male | 25-32 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR014_029 | SPKR014 | yeroo isaan mana kitaabaa seenanii kaasanii barattotni hedduun sekondii kudhan kitaaba isaanii dubbisaa daqiiqaa kudhan immoo isaan ilaalu | orm | Male | 25-32 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR014_012 | SPKR014 | ''Nama waan itti amane tokko ifatti dubbatuudha. | orm | Male | 25-32 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR014_027 | SPKR014 | Kemikaalotni kunniin sirna dalaga sammuu namaa jeequun dalagaan sammuu seeraan ala akka ta'u godhu. | orm | Male | 25-32 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR014_010 | SPKR014 | Ani si abaare ammarra eegaltee Duruu ati doofaa doofaa hin ba'in beektee Ergan ani du'ee margi hin margin jettee (Caamsaa, | orm | Male | 25-32 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR014_025 | SPKR014 | Yoo teesses yoo kaates, waa'ee Boonsaa Hir'ina qalbii koof kabajas· dhabeera. | orm | Male | 25-32 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR014_031 | SPKR014 | Hoggansi bu'aa buusuu dadhabe kenatti fayyadamuun namoota dandeettii qaban osoo hin taane kan amanaman gosaafi lafaan itti dhiyaatanii of marsa. | orm | Male | 25-32 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR014_014 | SPKR014 | bu'uuraa ta'uuisaati jechuu dha. | orm | Male | 25-32 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR014_033 | SPKR014 | Manni marichaa walgahii idilee har'aatiin yaada murtee Manni Maree Ministirootaa Sambata darbe dhiyeesse raggaasise. | orm | Male | 25-32 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR014_011 | SPKR014 | Waajjira aadaafi Tuurizimii magaalichaarraa odeeffatee ture. | orm | Male | 25-32 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR014_028 | SPKR014 | Arsenaal qormaata Liiverpuul waliin qabu Anfiildi irratti qixaan xumuree dirree isaa irratti injifachuun goolabeera. | orm | Male | 25-32 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR014_023 | SPKR014 | Kunis dargaggoonni hinfuuneefi shamarran hin heerumneen haala bareeda ta'een sochii qaamaan agarsiisuudha. | orm | Male | 25-32 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR014_001 | SPKR014 | Akkaata murni aangoo qabate of tiksuuf loogii godhaa tureen silaa balaa kanarra hamaatu dhalachuu mala ture. | orm | Male | 25-32 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR014_006 | SPKR014 | Saba tokkoof hundeen sabboonummaa isaatii, afaanii fi aadaa isaa akka tahe beekamaa dha. | orm | Male | 25-32 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR014_005 | SPKR014 | Dambii Waajjira Qindeessaa Piroojektii Sirna Qabiinsa Ragaa Lafa Magaalaa Oromiyaa Hundeessuuf Bahe, Lak. | orm | Male | 25-32 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR014_015 | SPKR014 | Takkittii kan mo'ame bara dorgommii baranaa Emireetitti isa 1fi 0'n mo'ame qofadha. | orm | Male | 25-32 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR014_018 | SPKR014 | Kaanseriin hanga guddaa ta'e tokko kan eegalu sadarkaa seelii tokkoo keessatti ta'uun isaa mirkaneeffameera. | orm | Male | 25-32 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR014_008 | SPKR014 | Faaruun meeshaa miira dhageettii keessa namaa dubbatu waan ta'eef hawaasni waan keessa isaatti dhagahameef dhoksaattis ta'e mul'inatti waan gungumu qaba. | orm | Male | 25-32 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR014_019 | SPKR014 | Wal qabannee wal gangalchine, lafarra wal sukkuumne. | orm | Male | 25-32 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR014_030 | SPKR014 | Namoota warra inni dura qarshii itti kennee daba akka xaxan gochaa turetu geesese galcha ta'aa? | orm | Male | 25-32 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR014_020 | SPKR014 | Yeroo Afyaa'ichi hin jirretti bakka bu'ee in hojjata. | orm | Male | 25-32 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_343 | SPKR227 | Barnoota idileen alabahanii waa baruun illee akka jiraatu nama barsiisu. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_241 | SPKR227 | Arjaakoo yaa waraqaa Si rakkookoo hubata! | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_302 | SPKR227 | Namootni waantota akkasii arguu dhaga'uu danda'an kunniin gosa amantaalee irratti hundaa'uun maqaa garaa garaatu kennamaaf. Fkn: Raajota, Nabiyoota, Ergamootafi kkf jedhamuun hordoftoota | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_217 | SPKR227 | Waan godhu hundumaa duuba dhoksaani ta'e hin dhibu. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_316 | SPKR227 | Yeroo kaan waardiyyoonni biraa garaa hinlaafan. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_048 | SPKR227 | walitti qabaa; Itti aanaan Pireezidaantii Mana Murtii Waliigalaa | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_062 | SPKR227 | ''Daree keessatti barattootaa 30 ol to'achuun ulfaataadha, ' jechuun ibsiti barsiistuun kun. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_329 | SPKR227 | Gara maatii ishee wayitan dhufu, ''namoonni hedduun alatti wal ga'aniin arge, '' jedha. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_376 | SPKR227 | kan ibsu ta'uu isaa argina. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_213 | SPKR227 | Olaananis 'maarree ani mana kee bulee hin beekuu, ni bulta malee'jedheen. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_121 | SPKR227 | " ta'uu ibsuun Itoophiyaan nageenyaafi faayidaa walootiif kutannoo kan qabu ta'uu eereera. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_319 | SPKR227 | Kuno duunes gad hincinne uma yaana! | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_215 | SPKR227 | Qaamonni seera tuman, seera raawwachiisaniifi abbaa seerummaa Mootummaa Naannichaa sadarkaa kamittuu argaman, tumaalee boqonnaa kana keessatti barreeffaman kabajuufi kabajsiisuuf itti | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_136 | SPKR227 | Garuu hijaaba uffachuun baroota 1970 'ooota keessa irra deebin hoo'ee ture. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_192 | SPKR227 | aanga'oota godina Gujii dubbisuuf taasise hin milkoofne. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_360 | SPKR227 | Namoonni siyaasaa yoo kanaan dadhaban humnaan deemu. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_239 | SPKR227 | Fageenya miilidhan lakkawamuun fuullee walii jiru. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_057 | SPKR227 | Miidhaa saalaa barattoota dubaraarra gahu | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_188 | SPKR227 | Kaadhimni milkii dukkana keessatti ifa arga. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_025 | SPKR227 | Yommuu lubbuun jiru, namni duuni jiraachuu yaadatu qubaan lakkaa'ama. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_006 | SPKR227 | Sirni adabbiin naamusaa itti murtaa'u Dambii bahuun kan murtaa'u ta'a. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_240 | SPKR227 | Kutaan muraasni biiroo kanaa jigu isaa akka dhagahanis nutti himaniiru. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_065 | SPKR227 | Akka Tsiyoon jettutti ammoo, namoota miidhaa saalaa irra gahe gargaaruuf mala tumsa waloo barbaada. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_387 | SPKR227 | Tajaajila kan kennu ammoo Oromiyaa keessatti. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_169 | SPKR227 | Qubee haaraa kalaqame kanaan gaazexaa dabalatee barreeffamoota hedduu kan maxxanfaman ta'uus, kalaqni kun ammallee sadarkaa qorannoorra kan jiru ta'uu himu Maaster Hasan. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_303 | SPKR227 | Dhimma kanarratti deebiin kana jedhamu hin jiru. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_344 | SPKR227 | Hooggansi ABO erga gara biyyaa galees irra deebiin bakka lamatti bahe. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_067 | SPKR227 | Uummanni Oromoo shira kanaaf deeggarsaafi tumsa akka hin goone hayyoonni kunneen gaafataniiru. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_223 | SPKR227 | Akkuma atuu beektu dargaggeessi kaadhimatu onnataadha. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_022 | SPKR227 | Haata'u malee, jalqabbiisaarratti seenaa fi taateewwan hedduutu himama. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_304 | SPKR227 | Yaadni kunis, sirbi walaloo gabaabduu yookiin tuuta jechootaa yookiin muuziqaan kan dhiyaatu yookiin kan faarfatamuufi barreeffama ifaa yookiin sirbamuun kan | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_070 | SPKR227 | Durbi si kabajju, si sodaattuu fi si jaalattu ni jirti ta'aam! | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_123 | SPKR227 | Akeekni Habashoota sadarkaa duraatti qabeenya biyyaa fi ummata Oromoo saamuu ture. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_083 | SPKR227 | Damee Xilahoon irra guyyaa 17 /07 /2012 argame) Deemsa safffisa Konkolaataa walqabsiisuun duuti Badhaadhaas yeroo gabaabaa keessatti firii qabsoo malee raawwatamuu isaati. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_161 | SPKR227 | Ustaaz Abuubakar Ahmad, Ustaaz Kaamil Shamsuu fi Ustaaz Ahmaddiin Jabal koree fala barbaadduu bakka bu'uun seenan. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_114 | SPKR227 | Kanaan durayyuu TPLF irratti qabsoo gaggeessaa turre. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_365 | SPKR227 | Yeroo kana keessakaa sagaleen Qawwees kan irraa barooduu jalqabe. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_039 | SPKR227 | sax godhee ofwallaaltee hafte. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_342 | SPKR227 | Innis kan raawwatu mala lamaan ta'a. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_031 | SPKR227 | Dabalataan Itoophiyaan hula galaanaa argachuuf yaada kaasuun ishee waraana biraa kaasuu danda'aa jedhanii Maayik Hameriin gaafataniiru. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_258 | SPKR227 | dhiibbaa akka qabaatu amananiiru. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_087 | SPKR227 | Kufaatiin kun yaad rimee sana mataasaa gaaffii keessa kan galchu qofa osoo hin taane bu'uuraa isaa keessaa kan fedhii miidhamtootaaf dursa kennuu jehdu ni faalleessa. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_146 | SPKR227 | 39amanamoo akka ta'an isaan taasisa. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_084 | SPKR227 | Sammuun kee nama si taasisa waan ta'eef, aggaammii gara sammuu kee irratti nama kamiif iyyuu hin eeyyamin. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_208 | SPKR227 | Haasaan isaa akka bookee na ciniinee akka busaa na hoollachiise. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_386 | SPKR227 | Sirna mootummaa gadi dhaabuun immoo bara Wayyaanee geggeeffame. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_200 | SPKR227 | Gatiin gabaa tasgabbii dhabuun immoo ''dhiheessiirratti rakkoo'' uumaa jira. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_409 | SPKR227 | Qaamni nageenyaa Itoophiyaa sirnoota darban jalatti barsiisa garagaraa hordofaa ture. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_082 | SPKR227 | mariin taa'amu akka danda'u ibseera. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_269 | SPKR227 | Yeroo hunda Laptoppii sana irratti ija babaafta, anoo osoon hin beekin anaan hiiktee Laptoppii fuutee jedhee yaaduu gahera. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_274 | SPKR227 | Gandi Magaalaa qaama Dambii ka bachiisu ni qabaata. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_251 | SPKR227 | Yaadni murtii qophaa'e Mana Maree Bulchiinsaatiif dhiyaatee ni murtaa'a. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_063 | SPKR227 | Walumaagalatti mana nama hundaa kan xuqudha. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_069 | SPKR227 | Kuni ammoo bu'aa diinagdee guddaa argamsiisa. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_355 | SPKR227 | 45 hojjechuuf fedhii qaban ni doorsifamu. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_030 | SPKR227 | Ganama barattootni hiriira bahanii isaan hidhaman haa hiikkamanii jedhanis, isa gaafates gara mana hidhaatti guuran | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_036 | SPKR227 | Qabeenya ni horata; walii galtee ni seena; ni himata; ni himatama. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_230 | SPKR227 | Taphni deebii Imireetis irratti Bitootessa 12, 2024 gaggeeffama. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_017 | SPKR227 | Obbo Taayyeen garuu waan hin baratamne fiduuf yaalanii? | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_177 | SPKR227 | Ulaan daldalaa ijoon kun yeroo ammaa dirree waraanaa fakkaateera. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_295 | SPKR227 | Bakka barsiistutti nagaa Waaqaayyoo namni ishee gaafatu hin jiru. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_049 | SPKR227 | Kutaa 1 4tti achuma bakka dhaloota kiyyaatti baradheen kutaa 6ffaa magaalaa Jimmaattin baradhe Magaalaa Jimmaa ergan takka jiraadhee booda gara magaalaa | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_298 | SPKR227 | Daa'imni kun guyyaa waraana dhaabbate magaalaa giddugaleessa Firaans Limogis biratti argamtu, Aksi sur Viyinii jedhamtutti wayita kabajamu wajjin yaadatame. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_158 | SPKR227 | Halkan keessaa sa'aa lamata'ee jira. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_280 | SPKR227 | sammuushee keessatti wixinee nagaan jiraachuuf abjuu isheetti ta'e. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_238 | SPKR227 | Ergasii rakkoo siyaasaa biyyattii keessatti mudateen qondaalonni ABO hedduun mana hidhaa galan. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa |
Subsets and Splits
No community queries yet
The top public SQL queries from the community will appear here once available.