id stringlengths 19 19 | speaker_id stringclasses 82
values | transcription stringlengths 17 254 | language stringclasses 1
value | gender stringclasses 2
values | age_group stringclasses 3
values | dialect stringclasses 7
values | audio audioduration (s) 0.52 30.6 |
|---|---|---|---|---|---|---|---|
sagalee_SPKR227_313 | SPKR227 | laga guddaa gannaa bona yaa'u ta'uusaati. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_089 | SPKR227 | Jaalallee kan biraa narratti galmeessifte badhaasa addaa siif nan kenna' Jettee waadaa seente. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_108 | SPKR227 | Maaf wal sobna jarakoo Diimattus gurrachooftus Nan jaaladha haadhakoo! | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_019 | SPKR227 | Gama biroon bulchaa duraa akka isaan miidhe ta'uusaa kanaaf bulchaa fooya'aa barbaaduu agarsiisa. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_306 | SPKR227 | Chelsiin bara 2018 gaafa hojiiirraa gaggeessu paawondii miliyoona 26 kaffaleef. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_064 | SPKR227 | Osoo liqaan dolaara biiliyoona 20 ykn 30 argame gabaa takkaatti tasgabbeessuu akka danda'u amanu. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_133 | SPKR227 | Bara ABO'n qabsoo eegale immoo Daraare jedhe. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_154 | SPKR227 | "Namoonni ajjeefaman kun namoota nagaa fi tajaajiltoota waldichaati, " jedhe. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_407 | SPKR227 | humna jabeeffatee bara 1991'tti mootummaa Dargii kuffise. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_307 | SPKR227 | Sirna dimokraatawaa Gadaa dhabamsisuuf, qaroo, hayyuu fi goota biyyaa dhabamsiisan. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_347 | SPKR227 | jechuun sadarkaa yaaddoo keessa galche. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_068 | SPKR227 | Gaaffilee marii Amantaalee Kiristaanotaa hunda keessaa amantaa isa kamtu sirriidha? | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_292 | SPKR227 | Tarii namatu hin hubatu malee aleensotni lafarras dhufanii deebi'uu malu jedhanii shakku. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_076 | SPKR227 | darban muraasa keessa cimuun naannicha keessa magaalota adda addaatti babal'ateera. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_096 | SPKR227 | Warri Lixaa siyaasaa biyyoota guddataa jiranii keessa seenuun akka isaanii tolutti tolchuu yaalu. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_287 | SPKR227 | waliin jalqabuuf qophiidha jettee ture. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_023 | SPKR227 | "Walitti bu'iinsi humna finxaaleyyii fi uummata keenya gidduutti uumamee ture. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_016 | SPKR227 | Dubartoonni Masirii hedduun isaanii haguuggii fuulaa erga lafa kaa'anii waggoota hedduu lakkoofiseera. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_345 | SPKR227 | Ta'us haqa akka argattuuf wajjira dhimma dubartoota waliin ta'uun, hoggantuun dhaabbaticha Aadde Atkilti Jaankaa dhama'aa turanis waggaa dheeraaf milkaa'uu hin | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_384 | SPKR227 | akka hin taane ibseera. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_271 | SPKR227 | qulqulluu irraa fudhachuun ni amanu. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_124 | SPKR227 | osoo hin taane, ilbiisota kanneen akka mixiif illee eeggannoo gochuu akka qabanii dha. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_348 | SPKR227 | Sababni isaa akka atileetii qabxii kaleessa galmeessifte fooyyessuu qabda waan ta'eefi. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_035 | SPKR227 | Walduukaa deemsisuun [barnootaafi haadha daa'imaa ta'uu] wanta ulfaatudha. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_104 | SPKR227 | Maddiifi ka'umsi rakkoo erga barameen booda, falli rakkoo barbaaduun itti fufa. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_408 | SPKR227 | Maallaqni ammoo qarshii namootni ittiin waantota bitanii gurgurataniidha. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_330 | SPKR227 | Jechi qondaalota Itiyophiyaa fi geerarsi fi dadhannoon isaanii madda oddeeffannoo biraati. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_323 | SPKR227 | As ilaalee achi ilaalee muka isaatiif gara maatiisaatii akka dhufan waan dhaga'e hinqabu. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_250 | SPKR227 | jedhurratti hundaa'anii seerota bahan qofaan ta'a. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_320 | SPKR227 | ane, intala Rabbi samiirraa gadi buuse natti fakkaatti. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_224 | SPKR227 | Beenyaan lafa taa'uu ol ka'ee shaamizii isaa fi qabattoo isaa tottolfachaa, boonaa Faanoseen ol seente. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_327 | SPKR227 | Miseensonni Boordii biroo Abbaa Taayitaatiin filatamu. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_066 | SPKR227 | Akka maraatuun afaankoorraa harkashee darbadhee yeroon olka'ee deemuuf qajeelu na duukaa kaate. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_390 | SPKR227 | Kuni ammoo bu'aa diinagdee guddaa argamsiisa. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_383 | SPKR227 | Kun maallaqaa fi waancaa kamirrayyuu caala garuu taphicha mo'achuuf qophiidha'' jedhan. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_291 | SPKR227 | Marichaa ni waama; ajandaa marii ni qopheessa; walgahii Mana Marichaa ni gaggeessa; koreewwan Mana Marichaa ni qindeessa; Dhimma bulchiinsaa Mana | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_182 | SPKR227 | Adeemsi kunis 'Fatwaa' jedhamuun beekama. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_149 | SPKR227 | Bidiruu jaalalaa raa ijaarame yeroo waraabessi yuusujijjiga. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_140 | SPKR227 | kan ta'e, Fayyisaan, daldaltootatti dhufanii cina darban. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_173 | SPKR227 | Gama kaaniin, dorgommii Gaanaatti itti fufeen 10, 000m dhiiraaniis Itoophiyaaf qabxiin bareeda galmaa'eera. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_179 | SPKR227 | Of eeggannoof jecha ogeessa yaalaa bira dhaqanii ilaalamaniiru. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_363 | SPKR227 | An guyyanis hin karoorsu Fakkessafis hin godhu! | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_148 | SPKR227 | ummata Oromiyaaf nagaa mirkaneessuuf kutannoo akka qabdu | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_090 | SPKR227 | Waancaan Addunyaa qophii guddaa haalaan eegamudha. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_162 | SPKR227 | Pilaanitootni saglanuu fi asteroidootni ammoo walitti ida'amanii haraka 1 (1%) qofa qabatu. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_233 | SPKR227 | Fakkeenyaa hawaasni Aanaa Yaayyaa Gullallee guyyaa gaa'ilaa misirroota walfudhan faarsuun cinaatti Badhaadha Dilgaasaa gootummaa isaa yoofaarsaan ' Yaa Mogor yaa | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_293 | SPKR227 | Namoota filamanii hambifaman keessaa 6 lammilee Hindii yoo ta'an sadi ammoo namoota Afaan hiikaniifidha. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_129 | SPKR227 | Mee maal naaf qabdee dhufta? | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_339 | SPKR227 | Mala kana hojiirra osoo hin oolchin dura odeeffannoo kennitoota kana argachuuf dursa hojjettoota waajjira Aadaafi Tuurizimii Aanaa Yaayyaa Gulallee waliin | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_125 | SPKR227 | Itoophiyaan dantaa kana guutuf ammoo, kan barbaadan, mootummaa cimaafi sirna tasgabbaayaa ta'e qabuudha. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_404 | SPKR227 | Ofitti amanuu dhugaan ani siif dhaamu, jireenyakoo keessatti kufaatiin na hin muudatu jettee hin amanin. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_207 | SPKR227 | Meeroonis boqonnaadhaaf gara maatii isheetitti galteetti. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_061 | SPKR227 | Waajira hoogganaan tokko hafe wayii argattee ol na seensifte. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_268 | SPKR227 | Saniin ala bakka rakkoon bu'etti qaama wal ajjeesuuf deemu, walitti bu'iinsa hoo'aa dhaabsisuudhaaf aangoon nuuf kenname hin jiru " jedhan. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_203 | SPKR227 | olitti caqasuuf yaalame, yeroo baay'ee waantotni dhibee sammuuf sababa ta'an kallattiin hin beekaman. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_189 | SPKR227 | Kan bishaan nama nyaaturra kan akkas godhee nama galaafatu. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_394 | SPKR227 | Afee (51) Biyyee diigdee hin galtuu? | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_141 | SPKR227 | Namni guyyaa guutuu karaa deemaa oolee galgala iddoo qubannaa barbaadee gala. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_044 | SPKR227 | Labsiin kun "Labsii Abbaa Taayitaa Misooma Jallisii Hundeessuuf Labsii Bahe Lak. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_024 | SPKR227 | Amma gaaffii Arteettaan deebisuu qabu waa'ee karra eegdota isaati. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_399 | SPKR227 | Yoodhugaamiti Kanjettu ta'e, maaliif? | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_385 | SPKR227 | Madda suuraa, Shariyaan jireenya kallattiii maraa keessatti Muslima kan hubachiisuudha. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_211 | SPKR227 | Giddugaltummaan mootummaa olaanaa ta'uunsaa adeemsichi bu'a qabeessa akka hin taane kan taasisuu fi ummataa fi qooda fudhattoota biroo gidduutti wal amantaan dhabuun kan uumu ta'uusaati. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_317 | SPKR227 | Yoo kuni ta'e dhaaba siyaasaa maaliif hundeessitanii hin sochootani? | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_117 | SPKR227 | mirgoota kanatti aanan ni qabaata. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_367 | SPKR227 | Jiraattonni BBC'n dubbisees lola guyyaa kibxataa hordofee reeffi magaalaa keessa mumul'achuu ibsaniiru. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_011 | SPKR227 | Dubbiin MT diiguu kun, uummatoota cunqurfamoota baayyee aarse. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_378 | SPKR227 | Beenyaan lafa taa'ee jiruu olka'ee, "Dhiifama Biqiltuu, taa'i. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_172 | SPKR227 | Pireezidantiin Oomishtoota Simintoo, Obbo Haayileen akka jedhanitti, hojimaata haaraa kanaan dura simintoon akka garaa hin socho'u ture, warri qinxaaboo gurguran | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_288 | SPKR227 | galaniis, harmeenkoo garuu ammayyuu na hin gattu jettee yaaduun gara buufata poolisiitti qajeelte. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_046 | SPKR227 | Akeekni faarsaa kanaa meeshaa goonni ittiin diina rukkutaa ture kunuunsa kaa'uun dhalootaa dabarsuu yaada jedhu ibsuuf gargaara. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_028 | SPKR227 | Taphoota jahan jalqabaa mo'achuun qabxii 18'n dursummaa isaa itti fufe. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_259 | SPKR227 | Kanneen malees ilmaan Oromoo lubbuun isaanii dhabamsiifamee, qabeenyaa isaanii maatiin isaanii illee akka itti hin gargaaramneef saamaman hedduu dha. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_072 | SPKR227 | Fuuldura gamoo kanaa bakkitti alaabaa fannisan ni jira. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_170 | SPKR227 | teessoo ulfinaa irratti itti sagaduudha. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_333 | SPKR227 | Ilaalcha walfakkaatuun jijjiiramni dinagdee biyya tokkoo hin yaadamu. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_135 | SPKR227 | qabatte keessaa tokko akka ta'es ibsamaa ture. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_051 | SPKR227 | garuu rakkoo nageenyaa naannoo Oromiyaa hin furamiin bubule. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_246 | SPKR227 | Xuriin morma keessan irraa, mana dhoobbaan isaa irraa jiguuf gadi rarra'ee jiru fakkaata. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_328 | SPKR227 | nama ajjeesu ta'uu isaati. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_321 | SPKR227 | "Ammaaf bilbila qofaan dhaamsuun danda'ama. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_054 | SPKR227 | ''Sana fayyadamanii walabummaa isaaniif beekkamtii argachuu danda'u waan ta'eef isaaniif carraa gaarii fiduufi danda'a, '' jedhu. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_176 | SPKR227 | Madda suuraa, Keekii 'Paskha' jedhamuufi hordoftonni amantaa Ortodoksii soomana itti hiikanidha Hanqaaquun Itoophiyaa keessattis nyaata soomana itti hiikan | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_242 | SPKR227 | Carraa kanatti fayyadamtee qabeenyasheerraas fayyadamuu dandeessi jedhu. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_237 | SPKR227 | Inni mootummaaf hojjeta waan taheef, waan goonu hin qabnu. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_234 | SPKR227 | gama hundaa ni taasifama. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_144 | SPKR227 | Biqilootaafis jiraachuun bineensota garaa garaa barbaachisaadha. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_231 | SPKR227 | Jireenyi dhala namaa abdii malee dukkana. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_002 | SPKR227 | itti argatan qaama dhimmi ilaalu waliin ta'uudhaan ni hojjata. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_247 | SPKR227 | Kanaaf konkolaachisummaa baratee guddaanis ta'e inni xiqqaan Boonsaa hammatee ofitti qabee gammad har'a konkolaachisaa ta'e. Jaalalli inni namootaaf qabus ta'e, amallisaa | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_281 | SPKR227 | Manni Maree Ministeerotaa Itoophiyaa walgahii Jimaata ganama taa'en murtee kana murteessuu Waajjirri Ministira Muummee Itoophiyaa ibseera. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_374 | SPKR227 | biyya bulchuuf dandeessisu hin horanne ture. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_393 | SPKR227 | seeratiin abbootii taayitaa, filatamtoota ummataa, muudamtootaa fi hojjettoota mootummaa fi dhaabbilee misooma mootummaa, akkasumas jaarmiyaalee uummataa qabeenyaa fi madda galii | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_040 | SPKR227 | Naamusaa kan hundeeffamu ta'a. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_278 | SPKR227 | Wayita ammaa kanattis waan hojjame jiraachuu baatulleen hojiin isaa eegalameera. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_166 | SPKR227 | "Jallisii Maayikiroo " jechuun jallisii lafa hektaara 2.5 gadi ta'e irratti gaggeeffamu jechuudha. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_081 | SPKR227 | olka'erra harka ishee kaa'e. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_336 | SPKR227 | hidhattoota magaalaa keessaa baasu ibse. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_405 | SPKR227 | Oboleettiinshee isheen sadaffaas akka butamuu dandeessu yemmuu dhageessu dubartii ishee guddiste Aadde Atkiltiitti himte. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa | |
sagalee_SPKR227_073 | SPKR227 | malle, ummata Oromoo irratti raawataa bahe. | orm | Female | 17-24 | Wallagga-Maccaa |
Subsets and Splits
No community queries yet
The top public SQL queries from the community will appear here once available.