id
stringlengths
19
19
speaker_id
stringclasses
82 values
transcription
stringlengths
17
254
language
stringclasses
1 value
gender
stringclasses
2 values
age_group
stringclasses
3 values
dialect
stringclasses
7 values
audio
audioduration (s)
0.52
30.6
sagalee_SPKR014_021
SPKR014
Eebbiseen, ajjeefamuun abbaa warraasaanii humna kootiin ijoollee kana guddisuu waanin hin dandeenyeef rakkoo keessa nagalcheera jedhu.
orm
Male
25-32
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR014_003
SPKR014
Kanarraa kan ka'e balaliin gara Laalibelaafi magaalota naannoo Amaaraa tokko tokkotti taasifamu addaan cituufi rakkoo keessa galuu himaniiru.
orm
Male
25-32
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR014_026
SPKR014
Maaliif jennaan, aaruu dhiistee waan sanatti baacuu / nama sanitti kolfitee inumaa ittiin bashannanuudhaaf aangoon guddaan harka kee waan jiruufi.
orm
Male
25-32
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR014_034
SPKR014
Maal sii godhu? " jedhee gaafiin dhamaasu san; ejjannaa isii kan fageenyarraa yoo ilaalan hunda booji'ee afaan qabachiisee "Isiin kun Nuubiyyaadhamoo? "
orm
Male
25-32
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR014_002
SPKR014
Har'a qabsoo diddaa kolonii fi Bilisummaa wal duraa duubaan hawaasni Oromoo geggeessaa turee fi jirun, maqaan biyya Oromoo Oromiyaa tahee
orm
Male
25-32
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR014_009
SPKR014
misooma qonnaa, daandii qilleensarraa fi buufata xiyyaaraa, oomisha shukkaaraa, misooma indastiiriiwwanii fi humna nageenyaa ammayyeessuu eeran.
orm
Male
25-32
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR014_004
SPKR014
gara hojii idileetti deebi'ameera, '' jechuusaa ibsi Feesbuukii irratti bahe kuni hima.
orm
Male
25-32
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR014_022
SPKR014
Garuu bariisaa yeroon deebi'u, rakkoon qalbii (Psychological) akka waan na mudateetti fudhatan.
orm
Male
25-32
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR014_017
SPKR014
Namni filannoo Mana Maree Magaalaaf dorgomuuf dhiyaatu seera filannoo biyyoolessaatiin ulaagaalee ibsaman kan guutuu fi afaan hojii naannichaa Afaan Oromoo
orm
Male
25-32
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR014_016
SPKR014
Kan nama dhibu yoo jiraate, abbaa warraafi haadha warraa waldhabanillee jaarsolii wajjiin deemee walitti araarsa.
orm
Male
25-32
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR014_024
SPKR014
Dubbisa gaarii! BOQONNAA TOKKO Dhala Namaa Addunyaa keenya irra uumama garaa garaatu jiraata.
orm
Male
25-32
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR014_032
SPKR014
Goonni qabsoof manaa bahee bosona mana godhatus dubartiin hanga fedhe bareeddus dhirsa qabaannan aadaa cabsee jaalachuu akka hin dandeenye hubachiisuf,
orm
Male
25-32
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR014_013
SPKR014
Haata'u malee, tilmaamawaan amma eeramaniifi kaaniin alatti, guyyaan Ebla tokko attamiifi eessatti akka eegale ilaalchiisuun odeeffannoon seenaa sirriitti beekamu
orm
Male
25-32
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR014_007
SPKR014
Daa'ima xiqqaa guyyaa dhaloota isaa keekii muruun gammadu qofa osoo hin taane abjuun isaa akka fagaatuuf Teerii Henerii fi Ziinaddin
orm
Male
25-32
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR014_029
SPKR014
yeroo isaan mana kitaabaa seenanii kaasanii barattotni hedduun sekondii kudhan kitaaba isaanii dubbisaa daqiiqaa kudhan immoo isaan ilaalu
orm
Male
25-32
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR014_012
SPKR014
''Nama waan itti amane tokko ifatti dubbatuudha.
orm
Male
25-32
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR014_027
SPKR014
Kemikaalotni kunniin sirna dalaga sammuu namaa jeequun dalagaan sammuu seeraan ala akka ta'u godhu.
orm
Male
25-32
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR014_010
SPKR014
Ani si abaare ammarra eegaltee Duruu ati doofaa doofaa hin ba'in beektee Ergan ani du'ee margi hin margin jettee (Caamsaa,
orm
Male
25-32
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR014_025
SPKR014
Yoo teesses yoo kaates, waa'ee Boonsaa Hir'ina qalbii koof kabajas· dhabeera.
orm
Male
25-32
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR014_031
SPKR014
Hoggansi bu'aa buusuu dadhabe kenatti fayyadamuun namoota dandeettii qaban osoo hin taane kan amanaman gosaafi lafaan itti dhiyaatanii of marsa.
orm
Male
25-32
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR014_014
SPKR014
bu'uuraa ta'uuisaati jechuu dha.
orm
Male
25-32
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR014_033
SPKR014
Manni marichaa walgahii idilee har'aatiin yaada murtee Manni Maree Ministirootaa Sambata darbe dhiyeesse raggaasise.
orm
Male
25-32
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR014_011
SPKR014
Waajjira aadaafi Tuurizimii magaalichaarraa odeeffatee ture.
orm
Male
25-32
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR014_028
SPKR014
Arsenaal qormaata Liiverpuul waliin qabu Anfiildi irratti qixaan xumuree dirree isaa irratti injifachuun goolabeera.
orm
Male
25-32
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR014_023
SPKR014
Kunis dargaggoonni hinfuuneefi shamarran hin heerumneen haala bareeda ta'een sochii qaamaan agarsiisuudha.
orm
Male
25-32
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR014_001
SPKR014
Akkaata murni aangoo qabate of tiksuuf loogii godhaa tureen silaa balaa kanarra hamaatu dhalachuu mala ture.
orm
Male
25-32
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR014_006
SPKR014
Saba tokkoof hundeen sabboonummaa isaatii, afaanii fi aadaa isaa akka tahe beekamaa dha.
orm
Male
25-32
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR014_005
SPKR014
Dambii Waajjira Qindeessaa Piroojektii Sirna Qabiinsa Ragaa Lafa Magaalaa Oromiyaa Hundeessuuf Bahe, Lak.
orm
Male
25-32
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR014_015
SPKR014
Takkittii kan mo'ame bara dorgommii baranaa Emireetitti isa 1fi 0'n mo'ame qofadha.
orm
Male
25-32
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR014_018
SPKR014
Kaanseriin hanga guddaa ta'e tokko kan eegalu sadarkaa seelii tokkoo keessatti ta'uun isaa mirkaneeffameera.
orm
Male
25-32
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR014_008
SPKR014
Faaruun meeshaa miira dhageettii keessa namaa dubbatu waan ta'eef hawaasni waan keessa isaatti dhagahameef dhoksaattis ta'e mul'inatti waan gungumu qaba.
orm
Male
25-32
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR014_019
SPKR014
Wal qabannee wal gangalchine, lafarra wal sukkuumne.
orm
Male
25-32
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR014_030
SPKR014
Namoota warra inni dura qarshii itti kennee daba akka xaxan gochaa turetu geesese galcha ta'aa?
orm
Male
25-32
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR014_020
SPKR014
Yeroo Afyaa'ichi hin jirretti bakka bu'ee in hojjata.
orm
Male
25-32
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_343
SPKR227
Barnoota idileen alabahanii waa baruun illee akka jiraatu nama barsiisu.
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_241
SPKR227
Arjaakoo yaa waraqaa Si rakkookoo hubata!
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_302
SPKR227
Namootni waantota akkasii arguu dhaga'uu danda'an kunniin gosa amantaalee irratti hundaa'uun maqaa garaa garaatu kennamaaf. Fkn: Raajota, Nabiyoota, Ergamootafi kkf jedhamuun hordoftoota
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_217
SPKR227
Waan godhu hundumaa duuba dhoksaani ta'e hin dhibu.
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_316
SPKR227
Yeroo kaan waardiyyoonni biraa garaa hinlaafan.
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_048
SPKR227
walitti qabaa; Itti aanaan Pireezidaantii Mana Murtii Waliigalaa
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_062
SPKR227
''Daree keessatti barattootaa 30 ol to'achuun ulfaataadha, ' jechuun ibsiti barsiistuun kun.
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_329
SPKR227
Gara maatii ishee wayitan dhufu, ''namoonni hedduun alatti wal ga'aniin arge, '' jedha.
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_376
SPKR227
kan ibsu ta'uu isaa argina.
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_213
SPKR227
Olaananis 'maarree ani mana kee bulee hin beekuu, ni bulta malee'jedheen.
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_121
SPKR227
" ta'uu ibsuun Itoophiyaan nageenyaafi faayidaa walootiif kutannoo kan qabu ta'uu eereera.
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_319
SPKR227
Kuno duunes gad hincinne uma yaana!
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_215
SPKR227
Qaamonni seera tuman, seera raawwachiisaniifi abbaa seerummaa Mootummaa Naannichaa sadarkaa kamittuu argaman, tumaalee boqonnaa kana keessatti barreeffaman kabajuufi kabajsiisuuf itti
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_136
SPKR227
Garuu hijaaba uffachuun baroota 1970 'ooota keessa irra deebin hoo'ee ture.
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_192
SPKR227
aanga'oota godina Gujii dubbisuuf taasise hin milkoofne.
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_360
SPKR227
Namoonni siyaasaa yoo kanaan dadhaban humnaan deemu.
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_239
SPKR227
Fageenya miilidhan lakkawamuun fuullee walii jiru.
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_057
SPKR227
Miidhaa saalaa barattoota dubaraarra gahu
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_188
SPKR227
Kaadhimni milkii dukkana keessatti ifa arga.
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_025
SPKR227
Yommuu lubbuun jiru, namni duuni jiraachuu yaadatu qubaan lakkaa'ama.
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_006
SPKR227
Sirni adabbiin naamusaa itti murtaa'u Dambii bahuun kan murtaa'u ta'a.
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_240
SPKR227
Kutaan muraasni biiroo kanaa jigu isaa akka dhagahanis nutti himaniiru.
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_065
SPKR227
Akka Tsiyoon jettutti ammoo, namoota miidhaa saalaa irra gahe gargaaruuf mala tumsa waloo barbaada.
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_387
SPKR227
Tajaajila kan kennu ammoo Oromiyaa keessatti.
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_169
SPKR227
Qubee haaraa kalaqame kanaan gaazexaa dabalatee barreeffamoota hedduu kan maxxanfaman ta'uus, kalaqni kun ammallee sadarkaa qorannoorra kan jiru ta'uu himu Maaster Hasan.
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_303
SPKR227
Dhimma kanarratti deebiin kana jedhamu hin jiru.
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_344
SPKR227
Hooggansi ABO erga gara biyyaa galees irra deebiin bakka lamatti bahe.
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_067
SPKR227
Uummanni Oromoo shira kanaaf deeggarsaafi tumsa akka hin goone hayyoonni kunneen gaafataniiru.
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_223
SPKR227
Akkuma atuu beektu dargaggeessi kaadhimatu onnataadha.
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_022
SPKR227
Haata'u malee, jalqabbiisaarratti seenaa fi taateewwan hedduutu himama.
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_304
SPKR227
Yaadni kunis, sirbi walaloo gabaabduu yookiin tuuta jechootaa yookiin muuziqaan kan dhiyaatu yookiin kan faarfatamuufi barreeffama ifaa yookiin sirbamuun kan
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_070
SPKR227
Durbi si kabajju, si sodaattuu fi si jaalattu ni jirti ta'aam!
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_123
SPKR227
Akeekni Habashoota sadarkaa duraatti qabeenya biyyaa fi ummata Oromoo saamuu ture.
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_083
SPKR227
Damee Xilahoon irra guyyaa 17 /07 /2012 argame) Deemsa safffisa Konkolaataa walqabsiisuun duuti Badhaadhaas yeroo gabaabaa keessatti firii qabsoo malee raawwatamuu isaati.
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_161
SPKR227
Ustaaz Abuubakar Ahmad, Ustaaz Kaamil Shamsuu fi Ustaaz Ahmaddiin Jabal koree fala barbaadduu bakka bu'uun seenan.
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_114
SPKR227
Kanaan durayyuu TPLF irratti qabsoo gaggeessaa turre.
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_365
SPKR227
Yeroo kana keessakaa sagaleen Qawwees kan irraa barooduu jalqabe.
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_039
SPKR227
sax godhee ofwallaaltee hafte.
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_342
SPKR227
Innis kan raawwatu mala lamaan ta'a.
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_031
SPKR227
Dabalataan Itoophiyaan hula galaanaa argachuuf yaada kaasuun ishee waraana biraa kaasuu danda'aa jedhanii Maayik Hameriin gaafataniiru.
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_258
SPKR227
dhiibbaa akka qabaatu amananiiru.
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_087
SPKR227
Kufaatiin kun yaad rimee sana mataasaa gaaffii keessa kan galchu qofa osoo hin taane bu'uuraa isaa keessaa kan fedhii miidhamtootaaf dursa kennuu jehdu ni faalleessa.
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_146
SPKR227
39amanamoo akka ta'an isaan taasisa.
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_084
SPKR227
Sammuun kee nama si taasisa waan ta'eef, aggaammii gara sammuu kee irratti nama kamiif iyyuu hin eeyyamin.
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_208
SPKR227
Haasaan isaa akka bookee na ciniinee akka busaa na hoollachiise.
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_386
SPKR227
Sirna mootummaa gadi dhaabuun immoo bara Wayyaanee geggeeffame.
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_200
SPKR227
Gatiin gabaa tasgabbii dhabuun immoo ''dhiheessiirratti rakkoo'' uumaa jira.
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_409
SPKR227
Qaamni nageenyaa Itoophiyaa sirnoota darban jalatti barsiisa garagaraa hordofaa ture.
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_082
SPKR227
mariin taa'amu akka danda'u ibseera.
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_269
SPKR227
Yeroo hunda Laptoppii sana irratti ija babaafta, anoo osoon hin beekin anaan hiiktee Laptoppii fuutee jedhee yaaduu gahera.
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_274
SPKR227
Gandi Magaalaa qaama Dambii ka bachiisu ni qabaata.
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_251
SPKR227
Yaadni murtii qophaa'e Mana Maree Bulchiinsaatiif dhiyaatee ni murtaa'a.
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_063
SPKR227
Walumaagalatti mana nama hundaa kan xuqudha.
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_069
SPKR227
Kuni ammoo bu'aa diinagdee guddaa argamsiisa.
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_355
SPKR227
45 hojjechuuf fedhii qaban ni doorsifamu.
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_030
SPKR227
Ganama barattootni hiriira bahanii isaan hidhaman haa hiikkamanii jedhanis, isa gaafates gara mana hidhaatti guuran
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_036
SPKR227
Qabeenya ni horata; walii galtee ni seena; ni himata; ni himatama.
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_230
SPKR227
Taphni deebii Imireetis irratti Bitootessa 12, 2024 gaggeeffama.
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_017
SPKR227
Obbo Taayyeen garuu waan hin baratamne fiduuf yaalanii?
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_177
SPKR227
Ulaan daldalaa ijoon kun yeroo ammaa dirree waraanaa fakkaateera.
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_295
SPKR227
Bakka barsiistutti nagaa Waaqaayyoo namni ishee gaafatu hin jiru.
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_049
SPKR227
Kutaa 1 4tti achuma bakka dhaloota kiyyaatti baradheen kutaa 6ffaa magaalaa Jimmaattin baradhe Magaalaa Jimmaa ergan takka jiraadhee booda gara magaalaa
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_298
SPKR227
Daa'imni kun guyyaa waraana dhaabbate magaalaa giddugaleessa Firaans Limogis biratti argamtu, Aksi sur Viyinii jedhamtutti wayita kabajamu wajjin yaadatame.
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_158
SPKR227
Halkan keessaa sa'aa lamata'ee jira.
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_280
SPKR227
sammuushee keessatti wixinee nagaan jiraachuuf abjuu isheetti ta'e.
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa
sagalee_SPKR227_238
SPKR227
Ergasii rakkoo siyaasaa biyyattii keessatti mudateen qondaalonni ABO hedduun mana hidhaa galan.
orm
Female
17-24
Wallagga-Maccaa