score float32 1.04 1.25 | Kinyarwanda stringlengths 9 500 | Oromo stringlengths 10 499 |
|---|---|---|
1.249506 | 14"Muri urumuri rw'isi. | 14"Isin ifa biyya lafaa ti. |
1.244814 | Uko ni ko tugenza abantu babi. | Annaguna saasaan kufalla dambiilayaasha. |
1.244269 | Ibyo byatumye abantu benshi bamwizera. | Kanaanis namoonni hedduun Waaqayyootti amananiiru. |
1.242005 | 11 Ibyo Dawidi atashoboraga gukora: Dawidi ntiyashoboraga guhindura ibyo yari yakoze. | 11 Wanta Daawit gochuu hin dandeenye: Daawit wanta raawwate duubatti deebisuu hin dandaʼu ture. |
1.240115 | Ntimushobora gukorera Imana n'ubutunzi." | Isinis akkasuma Waaqayyoodhaa fi horiidhaaf hojjechuu hin dandeessan" jedha. |
1.23568 | "Dorere, erega ni byiza n'iby'igikundiro, ko abavandimwe baturana bahuje! | "Ilaa, obboloonni walii wajjin jiraachuun, attam gaaridha, attam namatti tolas! |
1.235354 | Nt awe uzi umunsi n'isaha Nyagasani azagarukiraho. | Wanta qabduun of hin tuulin, guyyaa Rabbiin sirraa fudhatu hin beektuti. |
1.232754 | Ubwo ubarusha ububi ba Thamuud bose azatanga. | Moooda thattta niyata iwatan dennnaa thamun kauda, |
1.232343 | Ubwo ubarusha ububi ba Thamuud bose azatanga. | Wafee thamooda ith qeela lahum tamattaAAoo hatta heenin; |
1.231584 | Nyamara nta kigwa hasi muri byo, So atabishaka! | Isaan keessaa tokkoyyuu fedhii Abbaa keessanii malee lafa hin buutu. |
1.231357 | 32 None se mvuge kindi ki? | 32 Kana caalaa maal dubbachuun dandaʼa ree? |
1.230906 | 7Ntimuzibeshye: Imana ntireregwa. | 7 Hin dogoggorinaa: Waaqayyo kan itti qoosamu miti. |
1.226838 | 17 Nanone tekereza umupfakazi w'umukene wo mu gihe cya Yesu. | 17 Dubartii hiyyeettii abbaan manaa irraa duʼee fi bara Yesuusitti turtes yaadaa. |
1.225326 | Ikibazo: Ijuru rishya n'isi nshya ni iki? | Gaaffii: Samii haaraa fi laftii haaraan maaliidhaa? |
1.224744 | Ari igihe rero murya, ari n'igihe munywa, icyo mukoze cyose, mujye mugikorera guhesha Nyagasani ikuzo. | 31 Kanaaf, yoo nyaattan yookiin yoo dhugdan yookiin wanta kam iyyuu yoo gootan, wanta hundumaa ulfina Waaqayyootiif godhaa. |
1.224448 | 40Utaturwanya wese ari kumwe natwe. | 40 Namni nuun hin mormine gara keenya ta' a. |
1.224211 | Ntuhangayike kuko ndi Imana yawe. | Ani waaqayyo kee ti hin na'in! |
1.221465 | Yagobotse Israheli umugaragu we, bityo yibuka impuhwe ze." | Dhifamasaa akka yaadatuuf Israa'eel garbichasaa simate. |
1.21939 | No. 3 2018 _ Ese Imana ikwitaho? | 3 2018 _ Waaqayyo Siif ni Yaadaa? |
1.219088 | Uzaba arwaye cyangwa ari ku rugendo, azuzuze ntagaifu mu yindi minsi. | Namni dhukkubsataa yookiin kara deemaa ta'e, guyyaa biraa irraa lakkaawwachuutu (isa irra jira). |
1.218912 | □ Nkeneye ko mwangeraho kugira ngo munyoborere icyigisho cya Bibiliya kiyoborerwa mu rugo ku buntu. | □ Macaafa Qulqulluu qayyabachuu waanan barbaaduuf na haasofsiisaa. |
1.217721 | Ijuru rishya n'isi nshya ni iki? | Samii haaraa fi laftii haaraan maaliidhaa? |
1.216113 | Nimugaragire Nyagasani wanyu we wabaremye n'abababanjirije kugira ngo mugandukire Imana (Allah) " | Akka Rabbiin sodaattaniif jecha Gooftaa keessan kan isinii fi warra isiniin duraa uume qofa gabbaraa. |
1.21597 | "Kandi twaguhishuriye igitabo cy'ukuri (Qor'an) cyaje cyemeza ibitabo byakibanjirije kandi kirabisimbura.." | "Nuti kitaaba irraa waan isa duraatiif dhugoomsaa fi isa irrattis tiiksaa ta'ee Qur'aana gara keetti haqaan buufneerra. |
1.215799 | Iyaba ntaje ngo mvugane na bo ntibaba bafite icyaha, ariko noneho ntibafite uko biregura icyaha cyabo (Yohana 15: 18-22). | 22 Utuu ani dhufee isaanitti hin dubbanne ta'ee, cubbuu isaanitti hin ta'u ture; amma garuu cubbuu isaaniif waan itti qabatan hin argatan*. |
1.215467 | Inkuru ya 94: Yesu akunda abana bato | Seenaa 94: Yesus Ijoollee Xixinnoo Ni Jaallata |
1.214933 | Uwo yahereye ubwa mbere na mbere hose ar'umwicanyi, kandi ntiyahagaze mu kuri, kuko ata kuri kuri muri we. | Jal qabumaa jalqabee inni sun nama ajjee saa ture; dhugaan isa keessa waan hin jirreef, inni dhugaa irra hin dhaabanne. |
1.213385 | Ni nde ufite agaciro kuruta abandi bose mu mibereho yawe? | Jireenya kee irratti kan jalqaba dhiibbaa guddaa uumu eenyu? |
1.212553 | Ubwo ubarusha ububi ba Thamuud bose azatanga. | Wafee thamooda ith qeela lahumtamattaAAoo hatta heenin |
1.211938 | Aho nakaguhereye nguhiga wibera aha?' | Gaawiin ina gidaa-nisaasii?" |
1.2118 | Nikodemu aramubwira ati "Umuntu ashobora ate kuvuka, kandi ashaje? | Niqoodemos immoo, "Namni erga qancaree attamitti dhalachuu danda'a? |
1.210956 | Jya wibanda ku byo ushobora gukora, aho kwibanda ku byo udashobora gukora." * | Wanta gochuu hin dandeenye irratti utuu hin taʼin, wanta gochuu dandeessan irratti xiyyeeffadhaa."* |
1.210664 | 4 Ibyo ni byo tubandikiye, kugira ngo umunezero w anyu ube mwinshi. | 4Eegaa akka gammachuun teenya guutamtuuf jecha, kana hundumaa isiniif barreeysina. |
1.208005 | Yayikoresheje ate? (b) Ni ikihe kibazo twese twagombye kwibaza? | Kan itti fayyadame hoo akkamitti? (b) Hundi keenya gaaffii akkamii of gaafachuu qabna? |
1.206969 | Mwitinya, bushyo bukiri mbarwa, kuko Umubyeyi wanyu yishimiye kubaha Ingoma. | Kana keessaa hin sodaatinaa; abbaan keessan mootummaa isaa isiniif kennuu jaallateera. |
1.206635 | Izuba n'ukwezi bizijima, | sun and moon tattoo, |
1.206074 | 8Pilato abyumvise arushaho kugira ubwoba. | 8 Philaaxos dubbii kana yommuu dhaga'e caalchisee in sodaate. |
1.205436 | Imana ntabwo yaryamanye na Mariya kugira ngo babyarane umuhungu. | Waaqayyo Maariyaamii wajjin wal hin aggarre, ilma godhachuuf. |
1.204409 | Icyo gihe, abo mu bwoko bwawe bose banditswe mu gitabo bazarokoka" (Dan 12:1). | Bara sanattis kitaaba irratti barreeffamee kan argame uummanni kee hundi tokkoon tokkoon isaa ni fayya" |
1.204394 | Nyamara nta na kimwe muri byo kigwa hasi So wo mu ijuru atabimenye." | Isaan keessaa tokkoyyuu fedhii Abbaa keessanii malee lafa hin buutu. |
1.203635 | Ubwo ubarusha ububi ba Thamuud bose azatanga. | Wafee thamooda ith qeela lahum tamattaAAoo hatta heen (in) |
1.201883 | 12 Twese turacumura kuko tudatunganye. | 12 Mudaa kan qabnu waan taaneef, hundi keenya cubbuu ni raawwanna. |
1.201777 | Mwebwe se ntimubiruta cyane ? | Isin immoo isaan caalaatti gatii guddaa qabduu mitii? |
1.201679 | No. 6 2017 _ Ese isi yarenze igaruriro? | 6 2017 _ Addunyaan Toʼannaadhaa Ala Taʼaa Jiraa? |
1.201506 | Dore mwebweho musenga icyo mutazi, ariko twebweho dusenga ibyo tuzi kuko agakiza kava mu Bayuba. | Isin waan hin beeknetti sagaddu, nuyi garuu waan beeknutti saganna, fayyinni Yihudoota keessaa in dhufa. |
1.201314 | Unyibuke nugera mu bwami bwawe! | Yaa Gooftaa Mootummaa keetiin yeroo dhuftetti na yaadadhu. |
1.201155 | Imana ibamenya bataravuka. | Waaqayyo ijoolleen osoo hin dhalatiin dura isaan beeka. |
1.201068 | Icya mbere ni uko twese turi abanyabyaha, tukaba dukeneye kubabarirwa n'Imana. | Nuyi hundumti keenya cubbamoota Waaqayyo biraa araaraa fi dhiifama cubbuu kan nubarbaachisu (Titos 3:5-7). |
1.2008 | Inkuru ya 95: Uko Yesu yigishaga | Seenaa 95: Akkaataa Yesus Itti Barsiise |
1.19779 | Mwa bantu mwe ! | Eeeyaaa FOLKS! |
1.197148 | 28Nuko bamuhunda ibitutsi bati "Urakaba umwigishwa we, twe turi abigishwa ba Musa. | 28 Fariisonni kana irratti namichatti ori'anii, "Situ bartuu isaa ti, nuyi garuu bartoota Musee ti. |
1.196973 | Nikodemu aramubwira ati "Umuntu ashobora ate kuvuka, kandi ashaje? | Niqoodemos immoo, "Namni erga qancaree attamitti dhalachuu danda a? |
1.196576 | Ikuzimu ni ah'iteka ryose. | Haadzihii jahannamul latii kunn tum tuu 'aduuun. |
1.196471 | Ba bigishwa uko bari mirongo irindwi na babiri, bagaruka bishimye cyane, bavuga bati "Mwigisha, na roho mbi ziratwumvira kubera izina ryawe." | "Namoonni torbaatamii lamaan sunis gammachuun deebi'anii, "Yaa Gooftaa, jinniiwwanilleen maqaa keetiin nuu ajajamaniiru" jedhan. |
1.196112 | 29Abigishwa be baramubwira bati "Erega noneho uravuga weruye, ntukivugira mu bigereranyo. | 29 Barattoonni isaas akkana jedhan; "kunoo, ati ammayyuu fakkeennaan otoo hin ta'in ifatti baaftee dubbachaa jirta! |
1.195131 | 8Igishuko nk'icyo nticyaturuka ku Uwabahamagaye. | 8 Taladanu kama iman kan idiin yeedhaya. |
1.194889 | Kubaha Imana ni itangiriro ry'ubwenge. | Ogummaan jalqabaa Waaqayyoon sodaachuu akka ta'e agarsiisuuf. |
1.194535 | Dusenge: "Data, dukunda imigenzo imwe no kurarikira. | fa ardha 'annaa wa laa tasykuu minnaa ilar-Rahmaan |
1.19432 | 12 Tekereza uramutse uhaye incuti yawe impano y'agaciro. | 12 Michuu keetiif kennaa gatii guddaa qabu tokko kennite haa jennu. |
1.193637 | "Kandi uzahakana Imana, agahakana n'abamalaika bayo, ibitabo byayo, intumwa zayo n'umunsi w'imperuka uwo azaba ayobye ubuyobe buri kure cyane." | Namni kafare kana jechuun Rabbitti, malaykota Isaatti, kitaabban Isaatti, Ergamtoota Isaatti fi Guyyaa Qiyaamaatti amanuu dide, yeroo hundaa abadii Jahannam keessa jiraata.) |
1.192931 | Ni gute nakoresha igihe cyanjye neza? | Yeroo Kootti Sirriitti Fayyadamuu Kanan Dandaʼu Akkamitti? |
1.192884 | Nuko rero mwinginge nyir'ibisarurwa, yohereze abasaruzi mu bisarurwa bye. " | hojjattoota erguuf kadhadhaa." |
1.192817 | 4Kandi ibyo tubibandikiye kugira ngo ibyishimo byacu bisendere. | 4Eegaa akka gammachuun teenya guutamtuuf jecha, kana hundumaa isiniif barreeysina. |
1.191412 | Mbese Aburahamu yifuzaga ko umuhungu we Isaka yashaka Umunyakanaanikazi? | Abrahaam, ilmisaa Yisihaq durboota Kanaʼaan keessaa akka fuudhu barbaadee turee? |
1.191181 | Imana ikoresha uwo ishatse, ikamukoresha igihe ishakiye, ikamukoreshereza aho ishatse. | Fa Qadarullaahi wa ma shaa afaa Alaa (Verily, Allah decrees what He Wills). |
1.190911 | 32Kandi muzamenya ukuri, maze ukuri kubahe kwigenga." | 32 Dhugicha in hubattu; dhugichis birmaduu isin in baasa" jedhe*. |
1.190141 | Atura ibyaha byawe ku Mana. | Cubbuu kee Waaqayyotti himadhu. |
1.188931 | Azi ibigukwiriye | Waan siif Gaarii isaatu sirra siif beeka. |
1.188214 | Utanga Uha uwo ashatse mu biremwa ibyo ashatse mu bigega bye, | ciduu doonoo nooleeyaa, |
1.187657 | Ese wifuza gusoma iyi ngingo mu %%? | Mataduree kana afaan %% tiin dubbisuu barbaaddaa? |
1.187102 | "Nzashyira urwango hagati yawe n'uyu mugore, no hagati y'urubyaro rwawe n'urwe. | Si'iifi dubartiittii gidduutti, sanyii kee fi sanyii ishee gidduutti diinummaa nan taasisa. |
1.186983 | Muri icyo gihe, 17abigishwa uko ari mirongo irindwi na babiri bagaruka bishimye cyane, bavuga bati "Mwigisha, na roho mbi ziratwumvira kubera izina ryawe. " | "Namoonni torbaatamii lamaan sunis gammachuun deebi'anii, "Yaa Gooftaa, jinniiwwanilleen maqaa keetiin nuu ajajamaniiru" jedhan. |
1.186973 | Mbese gukiranuka no gukiranirwa byabafatanya bite? | Qajeelinnii fi jal'inni maal walitti qabuu? |
1.185797 | Abayahudi benshi ndetse n'andi moko yaramuyobotse. | Yihudoota keessaa fi saboota kan biraa keessaa namoonni heedduun duuka buutuu isaa ta'anii turan. |
1.185746 | Mbese gukiranuka no gukiranirwa byabafatanya bite? | Qajeelinnii fi jal'innni maal walittii qabaa? |
1.185696 | Ni nde waremye biriya, agashora ingabo zabyo mu mitwe, zose akazihamagara mu mazina?" | Sabba danam dhammadanam jinati. |
1.185608 | 8 Ibyo Nowa yashoboraga gukora: Nowa ntiyaciwe intege n'uko hari ibyo atashoboraga gukora, ahubwo yibanze ku byo yashoboraga gukora. | 8 Wanta Nohi gochuu dandaʼu: Nohi wanta gochuu hin dandeenyetti abdii kutatee taaʼuu mannaa, wanta gochuu dandaʼu irratti xiyyeeffateera. |
1.185351 | no kugarura abarokotse ba Israheli, | Reer binu Israa'iilna falimihiisii. |
1.184492 | Inzara n'inyota igiye gutera muri gakondo yabakiranutsi. | Awaannisa beelaye, ka eennuufuun tilille, |
1.184458 | zeze no ajiro ni | kunwergaddi to badhaudha |
1.184025 | cya there dude! | See u there duuuude! |
1.183862 | Mubwire abakutse umutima, muti "Nimukomere, mwoye gutinya; dore Imana yanyu. | Warra garaa dodaataa qabaniin "jabadha, hin sodaatinaas! |
1.183291 | Mbese wibuka Umuremyi wawe? | Uumaa kee maaf irraanfatta? |
1.182004 | Ni yo mpamvu bavuga bati: tugomba kumvira Imana kuruta abantu. | Pheexiroosiif ergamoonni warri kaan garuu deebisanii "Nuyi namaaf abboomamuu irra, Waaqayyoof abboomamuutu nu irra jira. |
1.181907 | Na ba Thamud babazaga urutare mu wanjye yansuzuguje, ibi ni bimwe | Ee thammude thana akkakammai laalinche laalinche... |
1.18189 | Nimutinye Allâh, muhare Riba yariisigaye niba muri abemera koko. | Eebbaa mudan inaad ka cabsataan haddaad mu'miniin tihiin. |
1.181746 | 'Mbese Ijambo ryanjye ntirimeze nk'umuriro?' | "Dubbiin koo akka Ibiddaa mitii ree? |
1.181492 | Nibwo mubwiye nti: | Dhugaa Jirtu said, |
1.181333 | 24Yezu arabasubiza ati "Aho ntimwayobejwe no kutamenya Ibyanditswe, mukirengagiza n'ububasha bw'Imana ? | 24 Yasuus deebisee, "Akkas dubba chuu keessaniin irraa kaattaniittu; kunis caaffata qulqullaa'aa yookiis humna Waaqayyoo isa isin hin beekne kanaaf, mitii ree? |
1.180813 | ..."Kandi uzahakana Imana, agahakana n'abamalaika bayo, ibitabo byayo, intumwa zayo n'umunsi w'imperuka uwo azaba ayobye ubuyobe buri kure cyane." | Namni rabbitti kafare, akkasuma kan malaaykaa isaatti, kitaabban isaatti, ergamtoota isaatti, guyyaa aakhiraatti kafare dhugumaan jallina fagaataa jallate." |
1.180578 | "Ntutinye kuko ndi kumwe nawe. | "Egaa ani sii wajjin waanan jiruuf hin sodaatin! |
1.18054 | Mbere ya byose ijambo ryawe ni ukuri: | itti aansee dhugaa keeti jechi kee dhugaadha |
1.18037 | 38Jye mvuga ibyo nabonye kwa Data, namwe mukora ibyo mwumvanye so." | 38 Ani waan Abbaa kiyya biratti arge dubbadha; isinis waanuma abbaa keessan irraa dhageettan hojjattu." |
1.179667 | Igice cya 3: Guhera ku gihe cyo kuvanwa mu Misiri kugeza ku mwami wa mbere wa Isirayeli | Kutaa 3: Gibxii Erga Baʼanii Kaasee Hanga Mootii Israaʼel Isa Duraatti |
1.179628 | Nzambare uwuhe mwenda kuri uyu munsi? | Har'a maalan uffadha? |
1.179335 | Bashiki be ntiduturanye?" | "Obboleettiiwwan isaa, isaan nu wajjin hin tureeyii? |
1.178167 | ntimugakure umutima abana banyu, ahubwo mubarere neza, mubakosore kandi mubagire inama zikomoka kuri Nyagasani. | Adabaa fi barsiisa gooftaatiin ijoollee keessan guddisaa malee, isaan aarsuudhaaf isaan hintuttuqinaa! |
1.177891 | Ni ryali twakubonye uri umushyitsi turagucumbikira, wambaye ubusa turakwambika ? | Yoom seexaa godhannee utuu iji kee arguu haloo kee siif baane? |
1.177679 | Kandi twakubonye ryari uri umushyitsi turagucumbikira, cyangwa wambaye ubusa turakwambika? | Yoom seexaa godhannee utuu iji kee arguu haloo kee siif baane? |
1.177672 | Kandi nk'uko yasezeranije, dutegereje ijuru rishya n'isi nshya, ibyo gukiranuka kuzabamo. | Nuyi garuu akka abdii inni nuuf kenneetti bantiiwwan waaqaa haaraa, lafa haaraas warra qajeelummaan keessa buufatu ni eegganna. |
Kinyarwanda-Oromo_Sentence-Pairs Dataset
This dataset contains sentence pairs for African languages along with similarity scores. It can be used for machine translation, sentence alignment, or other natural language processing tasks.
This dataset is based on the NLLBv1 dataset, published on OPUS under an open-source initiative led by META. You can find more information here: OPUS - NLLB-v1
Metadata
- File Name: Kinyarwanda-Oromo_Sentence-Pairs
- Number of Rows: 113822
- Number of Columns: 3
- Columns: score, Kinyarwanda, Oromo
Dataset Description
The dataset contains sentence pairs in African languages with an associated similarity score. Each row consists of three columns:
score: The similarity score between the two sentences (range from 0 to 1).Kinyarwanda: The first sentence in the pair (language 1).Oromo: The second sentence in the pair (language 2).
This dataset is intended for use in training and evaluating machine learning models for tasks like translation, sentence similarity, and cross-lingual transfer learning.
References
Below are papers related to how the data was collected and used in various multilingual and cross-lingual applications:
[1] Holger Schwenk and Matthijs Douze, Learning Joint Multilingual Sentence Representations with Neural Machine Translation, ACL workshop on Representation Learning for NLP, 2017
[2] Holger Schwenk and Xian Li, A Corpus for Multilingual Document Classification in Eight Languages, LREC, pages 3548-3551, 2018.
[3] Holger Schwenk, Filtering and Mining Parallel Data in a Joint Multilingual Space ACL, July 2018
[4] Alexis Conneau, Guillaume Lample, Ruty Rinott, Adina Williams, Samuel R. Bowman, Holger Schwenk and Veselin Stoyanov, XNLI: Cross-lingual Sentence Understanding through Inference, EMNLP, 2018.
[5] Mikel Artetxe and Holger Schwenk, Margin-based Parallel Corpus Mining with Multilingual Sentence Embeddings arXiv, Nov 3 2018.
[6] Mikel Artetxe and Holger Schwenk, Massively Multilingual Sentence Embeddings for Zero-Shot Cross-Lingual Transfer and Beyond arXiv, Dec 26 2018.
[7] Holger Schwenk, Vishrav Chaudhary, Shuo Sun, Hongyu Gong and Paco Guzman, WikiMatrix: Mining 135M Parallel Sentences in 1620 Language Pairs from Wikipedia arXiv, July 11 2019.
[8] Holger Schwenk, Guillaume Wenzek, Sergey Edunov, Edouard Grave and Armand Joulin CCMatrix: Mining Billions of High-Quality Parallel Sentences on the WEB
[9] Paul-Ambroise Duquenne, Hongyu Gong, Holger Schwenk, Multimodal and Multilingual Embeddings for Large-Scale Speech Mining, NeurIPS 2021, pages 15748-15761.
[10] Kevin Heffernan, Onur Celebi, and Holger Schwenk, Bitext Mining Using Distilled Sentence Representations for Low-Resource Languages
- Downloads last month
- 8