Rename README.md to Amala ke....tin hubadhee,duraan osoo...n sigaafadhee...,sigafachuus niinsodaadhee,ansijaaladhee............shenaa qabuu!,osooniin sigalfadheee....2x Arrumaa boruu.....n,sigalcha je'een sidhabuu mudadhee. Jiruun waldhabnaa......hin seenee aaddee ani dhukkubsadhee, akka tasattii.....n yajaalatoo sidhabuu mudadhee.....,anwaa sheenaqabuu...osoon sigafaadhee..osoo lubbuun jirtuu.... sinsabruu qubadhee..... akkamittiin obsaa........an-yaadakee garaa jabadhee, Waasheenaa qabuu....duraan yaada kiyya silaa hubattee......akkam haatahumee......jiruun sidhabee goluun nagubattee sobee dadhabee....onneeto duraani siin booji'amtee ......waa sirraa sabbartuu... Ijjummaan sigartee.. tolee jettu lubbuu.....n qananii tee bartee,waanarraa baatuu............yajaalatoo....sheenaa nahaftee. Sibaafachuu dhabuu....kiyyaatu namiidhe malee siimitii,yaadadhu waa..n waliin dabarsine mee naa fii atii,aniyaadumaakee...na ulfaate akkaan hin dubbannettii,deddeebii baayyisuu....n koo mana keessanittii...numabeeytaa atii....s wallaalteetiimitii Wanni beeynee edaa.......n yaa addiyyee namaan taphattii..., Arrumaa...boruu..iftaniin gafadha je'een sodaadhee baallamaa ooluu...s numaan dadhabee ani dhukkubsadhee guyyaan nideemaa...taa'ee yoom na eega obsaan fixadhee dhibee natti taa...te jaalaltitee yomiin baafadhee ani yaadakeetii..n kuno sakaalamee barbaadeetiin dhabee dawaankoo jiruumee...dhukkubnikoo sumaa...fittiin wallaaleemee...eenyumaa teeysoo tee arkee naaf himamee..malanadhibeee....an-yaadakee sabrii dhabemee.........
#12
by falajiru22 - opened
Oromo instrumental music fingering guitar 🎸